November 25, 2017

Ethiopia : ኮንትሮባንዲስቶቹ መቀሌ ከከተሙ ወር ሆናቸው። አስካሁን የጭቆና አገዛዙን በሚቀጥሉበት መንገድ ዙሪያ እየተሻኮቱ ነው። በሕወሓት የውስጥ ሽኩቻ ለውጥ አገኛለሁ ብለህ የምታስብ ካለህ በፍጹም ተሳስተሃል።

ሕወሓት የሚጨቃጨቅበት ስብሰባው የረዘመበት ጉዳይ ላንተ ለውጥ ለማምጣት አሊያም ነጻነትና መብትሕን ለማክበር ሳይሆን እንዴት አፍኖ ጨቁኖ እንደሚገዛህ ስትራቴጂ እየነደፈልህ ነው። ሃገሪቷን እንዴት በታትኖ ከፋፍሎ ቀጣዩን እቅዱን እንደሚያሳካ እያሴረ ነው።

ኢትዮጵያንና ህዝቧን እንዴት እንዝረፍ የሚለው ሌላው አጀንዳቸው ነው እንጂ ሃገር እናልማ የሚል አጀንዳ የላቸውም። የተለያዩ አጀንዳ የሚሆኑ ጉዳዮችን ከስብሰባ ማእከላቸው ይተፋሉ። ጅሎች የነሱን ትፋት በመላስ ለውጥ እናገኛለን በሚል የዋህነት ይነጉዳሉ።

ከሕወሓት ለውጥ አገኛለሁ ብሎ ማሰብ ከእባብ እንቁላል ርግብ መጠበቅ ነው። ሕወሓት እርጉም ፣ አሸባሪ ቤተሰባዊ የማፊያ ድርጅት ነው። የሕወሓት አመራሮች በስጋ ዝምድናና በጥቅማ ጥቅም የዘረጉት ኔትወርካቸው ሆዱ እንዳይጎልበት ኬብሉ እንዳይበጠስበት ወገቡን ይዞ ሲከራከር ይውላል። እንጥፍጣፊው የሚወርድለትም ሲያሸረግድ ይታያል።

ይህ ሁሉ በጥቅም ላይ የተመሰረተ ስራ እንጂ በጸና የፖለቲካ እምነት ላይ የተመሰረተ አይደለም። ከሕወሓት ስብሰባ ምንም ነገር መጠበቅ አያስፈልግም። ከራሳችን ለውጥ እንዲመጣ መታገል የለውጥ ናፋቂው ድርሻ ሊሆን ይገባል ።

MinilikSalsawi


“Shakkamtoonni walitti bu’iinsa Naannolee Oromiyaa fi Somaalee Itiyoophiyaatti uumamee ture irratti hirmaatan 100 ol too’annoo jala oolfaman” Doktar Nagarii Leencoo

Shakkamtoota walitti-bu’iinsa iddoowwan daangaa Oromiyaa fi naannoo Somaalee Itiyoophiyaatti uumamee ture irratti hirmaatan keessaa hanga
yoonaa 103 too’annoo jala oolfamuu isaanii ‘Ministirri’ Hogganaa Waajjira Dhimmoota Koominikeeshinii Mootummaa Doktar Nagarii Leencoo ibsan.

Jeequmsaa fi walitti-bu’iinsa naannolee kanneenitti uumamaniin wal- qabatees namoonni harki isaanii keessa jira jedhaman Naannoo Oromiyaa irraa 98 too’annoo jala oolfamuunsaanii ibsaniiru.

Isaan keessaa 54 kan ga’an Mootummaa Federaalaan 44 kan ga’an ammoo Mootummaa Naannoo Oromiyaan dhimmisaanii seeraan ilaalamaa jira jedhaniiru.

Naannoo Somaalee Itiyoophiyaa irraa shakkamtoonni 29 adda baafamanii 5 too’annoo jala oolfamuu isaanii eeranii, 24 kan ga’an too’annoo jala oolchuuf hojiin hordoffii hojjatamaa kan jiru ta’uu Doktar Nagariin himaniiru.

Lammilee walitti-bu’iinsa kanaan qe’ee isaanii irraa buqqa’an hawaasni naannichaa deggarsa isaanii kennaa akka jiran kan ibsan ‘ministirichi’, mootummaan waaraan jireenya lammilee kanneenii ijaaruuf hojjataa jira jedhaniiru.

Walitti-bu’iinsi naannolee lamaanitti uumamee ture wayita ammaa kan duraan wayita ilaalamu tasgabaa’uu isaa ibsanii, guyyoota muraasa darbanitti garuu Gujii, Booranaa, Baalee fi Moyyaaleetti walitti-bu’iinsicha deebisanii kakaasuuf yaaliin akka ture kaasaniiru.

Nageenyaa fi tasgabbii uummataa jeequuf saba isa tokko isa kaan waliin walitti-buusuuf gochoota raawwataman hawaasichi ofirraa ittisuu akka qabu Doktar Nagariin waamicha dhiheessaniiru.


Doktorii kuni Oromo dha dhiiroo ? Iffummati Oromo gurgura jirra kuno. Namni Oromo tahun isayu shakkin qaba. An Abdi Ileefi Hagosin saba keenyaa somalee irraa buqqisaan diibisani Oromo hisisuun sani an nama dhibuu dha. Nambi kuni waan wayaneen iti kenyitee afuufti nama 103 hidhamani garu 80 oli Oromo dha, namni kun Doktora offin jedha garu Ojiin isaa bayy’ee xurrii dha Namni Oromo buqqiisisee 100%ti .

1- General Samora
2-Abay Teshaye
3-Abdi Ilee dha malee Oromon tokkolee balessa hinqabuu wayanen kuno OPDO ergamtushi amaalee iti asoftii laala kuno kanu an nama gadhisisuu dha.
Kuni an humamef dhigaa Oromo dhoksu dhafi an biratif miti. Oromo tahe namni kuni akkanati dubachun isayu Oromo milliona 50 ali arabsise.

Wayaneen Oromo bayy’ee gudifatee ega Dr kunis team Lema kesa tokko dha. Oromon hundi kana beeku qaba akka Oromon Federala kesa Oromon bakka buu’a tokkole hin’qamnee.

Via: Biqilaa Biyyaa


“አሂያዉን ፈርቶ ዳዉላዉን … ”
“Arree sodaatanii Farasulla …”

Ji’oota muraasa darban kana keessa tti Uummanni Oromoo naannoo Somaalee keessa jiraatu walakkaa miliyoon (500,000) lakkawwamnii miidhaan amaan irra gayee, qabeenya isaanii dhiisanii gara Oromiyaa tti akka godaan dirqamamuun isaanii ifa guyyaa tti. Kan kana raawwates hidhattoota Somaalee Wayyaanee dhaan qajeelfamanii dha. Haa ta’u malee “namoota yakkicha raawwatan jedhamnii shakkamanii Oromoota 98 fi Somaalota 5 towannoo seeraa jala oolan” Jedhu itti gaafatamaan “kominkaashinii Itoopiyaa Gaasshe Nagarii Leencoo.  Dubbittiin akkam akkam yeroo Oromoo alagaan ajjeeffamu, saamamu akkamiin qaama yakkicha dalage dhiisanii Oromoota hidhuu?  Harka dhiisanii miilaan mataa hooqqachuun kun yoom afa laata?

Leave a comment.

Your email address will not be published. Required fields are marked*