Archive | May 11, 2015

WBOn Loltoota TPLF 30 Ol Ta’an Hojiin Ala Godhe.

Caamsaa 11, 2015. Gootichi WBO tarkaanfilee diina irratti fudhatu jabeessee itti fufuun, godinoota Harargee fi Baalee keessatti loltoota Wayyaanee irratti tarkaanfii fudhateen loltoota Tigree 30 Ol ta’an hojiin ala godhe. Abdii fi gaachanni ummata Oromoo, WBOn, godina Bahaa keessa sossohu, akkasumas godina Baale keessattis waraana Wayyaanee maqaa sakattaa jedhuun bakkoota gara garaatti bobba’uun ummata goolaa […]

BoruB2014

‘የፍቅር ከተማ’ jedhanii? ‘Yaa Marqa si Afuufuun si Liqimsuufi’

Boruu Barraaqaa Namni marqa jaalatu akka kootii tokko barruu kana mammaaksa marqaatiin yoo jalqabu hancuufatu afaan guuta. Eeyee! Marqi nyaata aadaa Oromoo ti. Ho’aatti nyaatama. Xiqqoo qabsoo waliin qabuu gaafata. Qabsoo sin liqimsaa fi nan liqimsituudhaa. Dhuma irratti maraqatu moohama. Hangamuu yoo gube afuufamee qabbaneeffamee liqimfamuun isaa waan hin oolle taha. Dubbii kaaneefitti haa deebinu. […]

It’s Ethiopia! Kenya now breaks silence over aborted Uhuru trip

May 11, 2015 (Standard Digital News) — Kenya has sent a protest note to Ethiopia after the aborted presidential trip to the United States last month. It was revealed Sunday that the President’s jet turned back after Ethiopian authorities advised the pilot to change the flight course in a bid to avoid the Yemen airspace. […]

Houthis accept five-day truce in Yemen proposed by Saudi Arabia

CAIRO/ADEN (Reuters) – Yemen’s dominant Houthi group accepted a five-day humanitarian ceasefire proposed by its adversary Saudi Arabia on Sunday but said it would respond to any violations of the pause. Neighboring Saudi Arabia had said on Friday that the ceasefire could begin on Tuesday if the Iranian-allied militia agreed to the pause, which would […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions