Archive | May 15, 2015

wpid-176858_img650x420_img650x420_crop

Urgent Concern for Oromo Refugees in Yemen, Libya and South Africa

Date: May 14, 2015 Mr. António Guterres, United Nations High Commissioner for Refugees Case Postale 2500 CH-1211 Genève 2 Dépôt Switzerland Re: Urgent Concern for Oromo Refugees in Yemen, Libya and South Africa   Your Excellency Mr. Guterres, We, members of the Oromo Community Associations, civic and professional organizations in the United States write this urgent […]

Barataan Oromoo Univarsity Walloo Keessatti Fannifamee Ajjeefame.

Caamsaa 15, 2015, Walloo, Dassee | Ayyaantuu.net Barataan Oromoo maqaan isaa Rabbirraa Biloo jedhamu Kiibxata Caamsaa 04, 2015 Univarsity Wallo, Kampasii Dassee keessaatti fannifamee ajjeefame. Barataan Oromoo kun barataa Health Science waggaa 1ffaa yoo tahu, barataa dadeettii fi namuusa qabeessa akka turee fi gaafa Wiixataa barumsaa isaa barachaa oolee gara naannoo sa’aa 1:00w.b. irraa eegalee […]

Waamicha Lammummaa fi Fincila Diddaa Gabrummaa

Hojjettoota Mootummaa Wayyaanee, Sekterootaa fi Sadarkaa Garaagaraa Irratti Argamtanii Sirna Wayyaanee Kanneen Tajaajilaa Jirtan Akkasumas Wayyaaneen EPRDF/TPLF Umurii Bittaa Isaa Dheerreffachuuf Jecha Warreen Isin Bobbaase Hundaaf, Waamica Lammummaa fi FDG Qeerroo Bilisummaa Oromoo. Yeroon mootummaa garboomsaa Wayyaanee EPRDF/TPLF ergamtuu ta’anii uummata guddaa gaanfa Afrikaa waanjoo garbummaa jalatti tiksan dhaabbachuu qaba. Oromoon akka baay’ina isaatti, guddina […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions