Archive | May 16, 2015

UNHCR-Urgent Life – saving Assistance is needed to Refugees and Asylum Seekers in Yemen

HRLHA’s Appeal to the United Nations High Commissioner for Refugees (UNHCR) Mr.Antonio Guterres United Nations High Commissioner for Refugee (UNHCR) Case Postale 2500 CH-1211 Geneve 2 Depot Suisse Email. infoDesk@ohchr.org;    GUTERRES@unhcr.org Attention To:  Mr Amin Awad Middle East and North Africa Bureau UNHCR, Geneva Dear Mr. Guterres, The Human Rights League of the Horn of […]

Barattooti Oromoo Yuniversitii Adaamaa 5 Badii Tokkoon Malee Humna Loltoota Wayyaaneen Ukkamfamuu Qeerroon Gabaase

MAQAA GUUTUU BAKKA BARNOOTAA BAKKA DHALOOTAA GOSAA FI SADARKAA BARNOOTAA fi Sadr/himannaa Addunyaa Keessoo UNV/ADAAMAA Salaale,shawaa kaabaa aanaa warra jaarsoo Electrical engineering wagaa 4ffaa (himatamaa 3ffaa) Nimoonaa(abbabaa) urgeessaa Fakkansaa UNV HAROMAYAA Shawaa kibba lixaa Soil engineering waggaa  2ffaa (himatamaa 1ffaa) Bilisummaa Daammanaa Siyyum UNV/ADAAMAA Salaale shawaa kaabaa Accounting waggaa 3ffaa (himatamaa 4ffaa) Mooyiboon (Tashaalee) Baqalaa […]

Cover-300x165

BEKELE GERBA SPEAKS!

(Addis Standard) — Born in 1961 in West Wollega region of western Ethiopia, Bekele Gerba went to elementary school in Boji Dirmaji and completed his high school in Gimbi senior secondary school. Bekele was graduated with BA degree in foreign language and literature from the Addis Abeba University (AAU) and taught in Dembi Dolo and […]

1024px-Department_of_state.svg

The State Department alerts U.S. citizens travelling to Ethiopia

(The Stated Department of US) –The State Department alerts U.S. citizens residing in or traveling to Ethiopia of the upcoming elections scheduled for May 24, 2015. U.S. citizens are urged to exercise caution and remain abreast of the security situation throughout the electoral period. This Travel Alert expires on June 30, 2015. The State Department recommends […]

(1928 - 2015)

Seenaa Gabaabduu Obbo Aammad Sheekh Usmaan Qawwee (Abbaa Abdii)

Abbaa Abdii (1928 – 2015).  Baha Oromiyaa keessatti iddooleen seena qabeessa tahan heddu. Lola diddaa gabrummaa tiif Calanqo, harshifiif Goda Wanjii, magaalaaf Biyyoo Kharaabaa warra maqaan dhawamu. Iddooleen kun hundi, seenaa dinqifamoo odeeyfamee hin-dhumne dhagayamee hin quufamne qabu. Dur-dur, gaafa bilaash (sabiil) Carcar malee hin-jiru ja’amee, afran-qalloon itti godaanamaa ture, Biyyoon Kharaabaa madiinaa magaalotaa turte. […]

1173844_230908320393479_1447015231_n

OPDO waayyannee umurii dheeresse

Dhaabbaanni OPDO jedhamu Uummata oromoof bakka bu’een hojjedhaa kan jedhu maqaaf malee lubbuu hin qabu. Kana immoo uummatnii Oromoo ragaadha. Maqaa uummataan jiraacha uummataa Oromoofi lafa Oromoo waayyanneeti dabarsee gurguraachuun ofi garboomee Uummata oromoo garboomsuuf hojechaa jiraachuun isaa wal nama hin gaafachisu. Haa tahuu malee dhigaa barattoota Oromoo beektoota fi uummata Oromootif itti gaafatamummaa jala kan […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions