Archive | May 20, 2015

Obbo Beqqellee Garbaa Beddellee Keessatti Humnoota Federaalaatiin Reebuu Isaanii Dubbatu

WASHINGTON DC (VOA Afaan Oromoo) — Itti-aanaa Dura-taa’aan Kongiresa Federaalawaa Oromoo obbo Baqqalaa Garbaa fi waahiloonni isaanii, eega torban tokkoo ti as Oromiyaa gama Dhihaa keessatti duula filannooo geggeessaa turan, kaleessa Bedele keessatti humnoota waraana Federaalaatiin qabamanii, reebichi fi hidhaan isaan mudachuu dubbatanii jiran. Akka Beqqelee Garbaa jedhanitti, kaleessa magaalaa Naqamtee irraa ka’anii, Beddellee keessa […]

Washington enables authoritarianism in Ethiopia

Blanket US support for the Ethiopian regime risks dismantling the country’s already beleaguered opposition By Awol Allo (Aljazeera America) — It was only two months ago during the Israeli election that the White House was scrambling to convince the American public that the United States does not intervene in the electoral processes of other democracies. […]

Labsa Seenaa Qabeessa Sab-boontota Oromoo Arsii Sikkoo fi Mandoo irraa guutummaa Godina Baalee irraa walitti dhufaniin guutummaa Oromiyaa akka dhaqabsiifamuuf labsame

(SBO) — Nuti maanguddootni Oromoo beekamoo fi Hayyuuleen akkasuma Qaalluuleen Oromoo kan keessatti argamnu lakkofsaan 50 taanu Godina Kibba-Bahaa naannoo magaalaa Roobeetti gaafa Bitootessa 16 hanga 18 bara 2015tti walitti dhufuun marii akkaan jajjabaa fi seena-qabeessa gaggeeffannee murii armaan gadii dabarfanneerra. Walgahii keenya kanaan seenaa  fi gootummaa Oromoo irratti marihanneerra. Ummanni Oromoo seenaa isaa keessatti […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions