Archive | July 19, 2015

Oromia Diaspora Festival Protest Letter

Gara: -Waldoota Hawaasa Oromoo Addunyaa – Oromoota Biyyoota Addunyaa irra facatanii jiraattan maraaf Irraa: Waldaa Hawaasa Oromoo Minesootaa, USA Dhimmi isaa: Ibsa waa’ee Guyyaa ‘Oromia Diaspora Festival’ jechuudhaan Wayyaanee fi OPDOn ayyaana qopheessaa jiran ilaala Yeroo ammaa kanatti Motummaa Wayyaaneen kan bulfamu Itiyoophiyaa keessatti mootummaan naannnoo Oromomiyaa guyyaa Diyaasporaa Oromiyaa jechuudhaan ayyaana akka qopheessaa jiru […]

Afaan Oromoo wiirtuu (jiddugala) qorannoo qabaachuu qaba

Abdii Boruutiin Dhimmi kun yeroo baay’ee sammuu kiyya keessa deddeebi’ullee, barruu gabaabaa kanaan yaada kiyya akkan dhiyeessu kan na taasise gaafii fi deebii Dr. Abdulsamad Mohammad OMN wajjin godhan OMN: Gaafii fi Deebii Dr Abdulsamad Mohammad waan qalbii kiyya harkiseefi. Gara yaada kiyyaatti otuu hin seenin dura, hayyoota Oromoo keessaa kan ani dinqisiifadhu fi akka […]

Letter of Concern to President Obama on his planned visit to Ethiopia

President Barack Obama The White House 1600 Pennsylvania Avenue NW Washington, DC 20500 www.WhiteHouse.gov Tel: (202) 395-2020 Dear Mr. President, On behalf of the over 40, 000 Oromo-Americans in the great state of Minnesota, the Board of Directors of the Oromo Community of Minnesota (OCM) want to bring to your attention our deep concerns regarding your decision […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions