Archive | July 25, 2015

Can Obama Influence Ethiopia on Human Rights, Democracy?

(VOA News) –For years, the United States has displayed a kind of split personality when it comes to Ethiopia, working closely with its government to fight designated terrorist groups like al-Shabab, while denouncing the same government for arresting journalists, suppressing dissent and making it impossible for opponents to win even a single seat in parliament. […]

Waadaa Wayyaanee Kijibaan Hawwatamanii Owwaatuun, Dantaa Ummata Oromoo Fi Wareegama Qabsaawotaa Kabajaa Dhorkatuu Dha

(Ijoo Dubbii ABO) Mootummaan Itophiyaa murna bicuu Wayyaaneen durfamu QBO gufachiisuuf tooftaalee adda addaa baafatee hojjataa akka turee fi jiru lammii Oromoo jalaa dhokataa tahee hin beeku. Haalli biyya keessaa guutummaatti jijjiiramuu fi dantaan ummata Oromoo kabajame jechuun ummatni Oromoo Qabsoo Bilisummaa irra dhimmoota biroo irratti akka xiyyeeffatu taasisuu fi qabsoo bilisummaa lagachiisuuf hedduu yaale. […]

WBOn Tarkaanfii Fudhateen Loltoota Wayyaanee 38 Ol Hojiin Ala Godhe

Irree fi Gaachanni Ummata Oromoo WBOn Falmaa Diina Waliin Godhu Jabeessee Itti Fufuun, Zoonii Kibba Bahaa fi Godina Baha Oromiyaa Keessatti Tarkaanfilee Waraanaa Fi Ergamtoota Diinaa Irratti Fudhateen 38 Ol Hojiin Ala Godhe. Mirga abbaa biyyummaa fi bilisummaa ummata Oromoo deebisee gonfachiisuuf falmaa hadhaawaa godhaa jiruun diina isaa kuffisee kufaa, injifannoolee boonsaa galmeessaa kan jiru […]

President Barack Obama (FULL) Interview – BBC News

(BBC News) — In a wide-ranging interview with the BBC’s North American Editor Jon Sopel, US President Barack Obama said a lack of changes on US gun laws was the “greatest frustration” of his presidency. Mr Obama also told the BBC what he will say about gay rights in Kenya, why his own Congress and […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions