Archive | December 2, 2015

Video Shows Federal Police Attack on Oromo Students in Ethiopia

(Gadaa) — The following video shows as the Ethiopian Federal Police, known as Agazi and part of the elite force of the ruling Tigrean People’s Liberation Front (TPLF), shooting at Haromaya University’s Oromo students – who were out protesting against the Addis Ababa Master Plan in late November 2015. The students were protesting against the […]

Gabaasa Sochii FDG Godina Baalee

SBO – MUDDE 02,2015) Mormiin karoora Maastar Pilaanii Finfinnee fi labsii Caffeen OPDO magaalota Oromiyaarratti dabarse akkasumas Fincilli Diddaa Garbummaa Muddee 01 bara 2015 Kibba-Baha Oromiyaa Godina Baaleetti gootota barattoota Oromoo Yunvarsiitii Madda-Walaabuutiin qabsiifame ammallee finiinee jira. Akka odeessa maddeen keenya nuun gahaniitti, Yunvarsiitii Madda-Walaabuutti gaafa Muddee 01, 2015 ganama sa’aatii 7:30 irraa eegaluun goototni […]

Humni Adda QAANQEE BILISUMMAA Jiddugaleessa Oromiyaatti Paarkii Fi Mana Kitaabaa MALLASAAA Sulultaatti Argamu Guutummaatti Daaresse

Humni Addaa Qaanqee Bilisummaa Muddee 01 bara 2015 halkan keessaa sa’atii 11:00 irraa eegalee tarkaanfii fudhateen manneen maqaa mataa murna wayyaanee duraanii MALLAS ZEENAAWIItiin naannoo Sulultaatti ijaaraman 5 guutummaatti barbadeessuun humna ibsaa naannoo sanaa erga kutee booda, magaalaa xiqqoo Muloo fi Buraayyuu jidduutti argamtu Guuddoo irratti naannoo sa’aatii 1:00 AMtti Poolisoota eegumsa halkanii irraa jiran […]

Resolutions of the Oromoo Liberation Front National Council

Statement of Oromo Liberation Front Executive Committee

Oromo Liberation Front The OLF Executive Committee (EX-Committee) held its regular session from 22nd to 30th of November, 2015 and deliberated on several important current issues and made resolutions relevant to the ongoing Oromo people’s liberation struggle. The Ex-Committee considered in depth the situation in the Ethiopian empire and the condition of the Oromo people […]

ChalaHailuBurqaaJaalalaa2012

AKKA AL-BAKKUU; BOOHICHA HAADHA OROMOO

AKKA AL-BAKKUU Maal argadheen sammuun boqatee ciisaa, Maaltu naa Guutee ,cinaachi naa ciisaa? Saba beelli fixu Qeerroo diinni qirixu, Umma koo hongaawaan onsuu, Saba Koo jaajjaa, jeejeen joorsuu’ Maal maal argadheen, boqadhee garaan koo rafaa, Duula nu wareeree, nutti namme fafaa, Ruxxee,Gootaa taatee , nu haamtu Aduu saafaa Maaltu naa guuteen Lammii koo, an cinaachan […]

SBO: Gabaasaa FDG Baha Oromiyaa

Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO): Fincilli diddaa gabrummaa fi mormiin karoora Maastar Pilaanii Finfinnee Sadaasa 29 bara 2015 galgala toora sa’aatii 10:00tti Yunvarsiitii Haramaayaa keessatti gootota barattoota qeerroo Oromootiin qabsiifame borumtaa isaa, Sadaasa 30 bara 2015s itti fufuu maddeen naannicharraa gabaasa nuun gahaniin addeessaniiru. Humnoonni waraanaa mootummaa wayyaanee gaaffii mirgaa fi hiriira mormii barattoonni karaa nagaa gaggeessan […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions