Archive | December 7, 2015

Declaration of the Formation of Waltajjii Falmii Araddaa Finfinee fi Naannoo (WaFiNa)

Waltajjii Falmii Araddaa Finfinnee fi Naannoo, WaFiNa wafina@gmail.com Recalling one of our ancestors’ old-age proverbs “Abbaan iyyatu malee hollaan namaa hin birmatuu (unless the victim utters a loud cry, neighbours (others) will not run to help him), hereby, we concerned Oromo sons and daugheters would like to announce the formation of Waltajjii Falmii Araddaa Finfinee […]

A Call to Protest Against Tigre Racism

Last year when the Agazii army from Tigrai killed hundreds of Oromo school children, the Oromians conducted worldwide protest and the effort was fruitful. As a result, human rights organizations and the state department of American acknowledged the suffering of the Oromo people. Now just one year later, the Tigre apartheid rule returned with it\’s […]

The Ethiopian Government Brutal Army and Paramilitary Police Use Lethal Force against Oromo Students Demonstrating Peacefully

Press Statement by ‘Peoples’ Alliance for Freedom and Democracy (PAFD) The Ethiopian government brutal army and paramilitary police are shooting at Unarmed Oromo students demonstrating against the implementation of Addis Ababa land grabbing master plan. Just over a year ago, TPLF’s regime has planned to exponentially expand Oromia’s capital, the city of Finfinne (Addis Ababa) […]

HOGGAANOOTA QABSOO……..

HUMNA TA’UUF,  QABSOON WALOO DAWAADHA !!!!! SEENAA  Y.G(2005)  kutaa  4ffaa Barruu kiyya har’aa, yaada maanguddoo Oromoo bara chaartaraa dubbatanii fi xumura barruu kiyyaaa kutaa 3ffaa irratti itti fayyadameen haa eegalu. Dhaamsi isaanii kun waggaa 23 lakkoofsiseera. Har’arra dhaaabbannee yennaa ilaalluus, dhugummaa isaatu mul’ataa jira. “Bilsiummaan Oromoo kan mirkanaa’uu, Tokkummaan yoo dhugoome qofaadha. Tokkomuun ammoo kan […]

WBOn Godina Bahaa Loltootaa fi Poolisoota Federaalaa Wayyaanee Barattootaa Fi Ummata Irratti Roorrisaa Jiran Haleeluun Hidhattoota Diinaa 23 Ol Hojiin Ala Godhe

Abdii Fi Gaachanni Ummata Oromoo WBOn Godina Bahaa Loltootaa fi Poolisoota Federaalaa Wayyaanee Barattootaa Fi Ummata Irratti Roorrisaa Jiran Haleeluun Hidhattoota Diinaa 23 Ol Hojiin Ala Godhe. Poolisoota Sirna Wayyaanee 2s Oggaa Booji’u, Hidhamtoota Oromoo 21 Ol Ta’an Hidhaadhaa Baase. Mirga abbaa biyyummaa fi bilisummaa ummata Oromoo dhugoomsuuf falmaa karaa hidhannoo godhaa jiru karaa hundaanuu […]

Mooraa Yuuniversitii Adaamaa, Amboo, Finfinnee, Hawaasaa fi Jimmaatti Har’a FDG Itti Fufee Jira

(Qeerroo) –Mooraa Yuuniversitii Adaamaa, Amboo, Finfinnee, Hawaasaa fi Jimmaatti har’a FDG itti fufee jira. Yuuniversitiiwwan kanneen irra adda kan taasisu yuuniversitii Adaamaa keessatti FDG qabatee jiru kan dhaamuu fi humna waraana wayyaaneen boodatti deebi’u osoo hin taanee kan ijaarsa hundee gadi fageeffatee jiru hojjettoota mootummaa mooraa yuuniversitii guutummaa habashaa irraa kan hafe, barataan oromoo guutummaan […]

Tight security ahead of President Uhuru Kenyatta’s Moyale visit

MOYALE, KENYA (Standard Digital News): Security has been tightened along the Kenya –Ethiopia border ahead of President Uhuru Kenyatta’s Monday visit to Moyale town. High presence of regular police, General Service Unit and Rapid Deployment (RDU) is evident within Moyale town centre and its environs. The Kenya Defense Forces (KDF) alongside police officers are manning […]

abooo

Warraaqsi Biliisummaa Yuuniversitii Amboo fi Oromiyaa Bakkoota Kaan Har’as Itti Fufee Mootummaa Wayyanee Sardaa Jira

Gabaasa Qeerroo Mudde 07, 2015 Amboo Muddee 7, 2015 Goototni Barattootni Oromoo Yuunivarsiitii Amboo fi uummaatni Oromoo Amboo Warraaqsaa FDG dhoosuun Gaaffiin mirga abbaa Biyyummaaf deebiin haa kennamu fi Karoorri Master Pilaanii Finfinnee fi Labsiin Magaaloota Oromiyaa Caffeen Naannoo Oromiyaa Murteesse Atattamaan Haqamuu qaba jechuun warraaqsaa FDG qabsiisuun Ganama barii Irraa eegaluun Warraaqsii Magaalaa Amboo keessatti Barattoota Oromoo Yuunivarsiitii Amboo fi […]

 ”Finfinnee/Addis Abeba Master Plan” is annexation of Oromo land and annihilation of Oromo identity in Finfinnee and its environs

We members of the Oromoo community in Sweden, Gurmuu Oromoo, would like to bring to the attention of international community the suffering of Oromo people who are continuously being deprived of their internationally recognized human rights by the tyranny regime in Ethiopia. Violating its own constitution, the TPLF regime is trying to maneuver and implement […]

Ibsa ejjennoo ABO Kutaa Iskandanaaviyaa

Ummatni Oromoo sirna cunqursaa ilmaan habashootaan erga abbaa biyyummaa fi eenyummaan isaa sarbamee asi yoomi iyyuu tole jedhee diinaaf bulee hin beeku. Gochaa gita bittoota habashaa Minilikii irraa kaasee bara baraan hamma har’aatti Oromoon fincilootaa addaa addaa goleee Oromiyaa hundatti yeroo gara garaa fi bakka adda addaatti gaggeessaa fi falmachaa turuu  Seenaan ragaa ni ba’a. […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions