Archive | December 11, 2015

Yishaaq Angos: Great Educator and Outstanding Role Model

As Remembered by his Former Students and Friends Compiled by Mekuria Bulcha Sii Gamtee Leencako? Akka Prometheus* qananii balfitee Gulantaa ol aanaarraa, goodaatti ofbuustee Bara namni ifaa fi ho’a dhabee rakkate, Abiddaa Waaq hattee, saba kee badhaaste. Namaaf ho’a laattee, “Ifa argi” ittiin jette Sabaaf ija banuutt, ofii ijaa jaamtee, Wallaalaaf dhaabachuu, dofaadhaaf dhaqqabuu Prometheus […]

Dear young generation of Oromo’s and Ethiopians in diaspora

By Imee Biyyo Your fellow youth in the Oromo lands within Ethiopia are facing the minority TPLF Government that is armed with all latest weaponry and military equipment. All of this oppression is occurring just to deny the Oromo youth’s basic human right of the right to peaceful protests. The fundamental objective of these protests […]

Artistii Sabboonaa Addisuu Karrayuu: Qarriffaa Kee Buqqifna Wayyaane – Wallee Haaraa

Gumaachi sabboontota Artistoota Oromoo QBO keessatti baasaa jiran ifatti mullachaa fi firii argamsiisaa ka jiru yoo thau, keeysattu wallele fi hojiiwwan aartii isaan yeroo muraasaa as ummata Oromoo tiif dhiyeessaa jiran hamlee qabsoo Qeerroo Oromoo fi Fincila Diddaa Gabrummaa uummati Oromoo finiinsaa jiruuf akka galaa guddaatti fayyadaa jiraachuun isaa wal nama hin gaafachiisu. Kanaaf, sabboontota […]

Suuraalee Hiriira Mormii Guddaa Magaalaa Guddoo Ameerikaa Washington, DCtti Oromooti Kumaatamaan Lakkawaman Geggeeysan Irraa: Kamisa Muddee 10, 2015

Muddee 11, 2015 | Ayyaantuu.net Hiriirri mormii guddaan ajjeechaa, reebichaaa fi hidhaa akkasumas gochaa suukkaneessaa mootummaan koloneeffata TPLF ummta Oromoo fi keessattuu barattoota Ormoo “Master Planii” Wayyaanee mormuuf bayan irratti raawwataa jiru balaaleffate magaala guddoo Ameerikaa Washington DCtti Kamisa Muddee 10, 2015 geggeefamee jira. Hiriira mormii aarii fi xiiqiidhaan guutame kana irratti sabboontoti lammileen Oromoo […]

International Human Rights Day 2015

Washington, DC (Imperial Valley News) – Secretary of State John Kerry: “The Universal Declaration of Human Rights was forged in the aftermath of World War II to protect freedom and prevent future atrocities. As we commemorate it today, we recall President Franklin Roosevelt’s 1941 Four Freedoms address, which inspired the Universal Declaration, and which the […]

Oromo Community in the United Kingdom on Systematic repression: Torture, Killing, and Harassment of unarmed school Children in the Oromia regional state of Ethiopia

The Right Honorable Philip Hammond MP Secretary of State for Foreign and Commonwealth Affairs Foreign and Commonwealth Office King Charles Street London SW1A 2AH Open letter Systematic repression: Torture, Killing, and Harassment of unarmed  school Children in the Oromia regional state of Ethiopia Dear Minister, It is with sadness and anger that we report the renewed […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions