Archive | December 12, 2015

Outcry as Oromo protests in Ethiopia turn violent

Germany (Deutsche Welle) — Opposition groups say security forces have killed 20 people in three weeks of protests over a government re-zoning plan. Members of Ethiopia’s largest ethnic group view the plan as a further infringement on their rights. “Dubbiin lafaa dubbii lafeeti!” (“The matter of land is a matter of the bone.”) When describing […]

Ethiopia: Police Open Fire on Protesters

Washington, DC (Freedom House) — In response to the ongoing protests in Ethiopia’s Oromia regional state and authorities’s violent response, killing and injuring several peaceful protesters, Freedom House issued the following statement: The authorities trying to forcibly stop protests in Oromia should remember that peaceful  assembly is guaranteed by Ethiopia’s  constitution,” said Jenai Cox, senior […]

DIRAAMAA WAYYAANEETIIN FINCILLI SABA BAL’AA HIN GUFATU, HIN DHAABBATUUS!!

(Kutaa 2ffaa.) Barreessaan: Saphaloo Kadiir Wayyaanee/OPDO’n diraamaan golga godhattee obboleeyyan ittiin wal shakkisuufi ilmaan abbaa tokkoo duugdaa garaa walitti goodhuun fincila ilmaan oromoo fashaleessuuf yaaddu keessaa kan biraa amantiidha. Tooftaa amantiitiin Diraamaa wayyaaneen soba dhugaa fakkeessitee ummataan burjaajeessuuf yaaltu keessaa tokko yoo laalle, amantaa muslimaati. Kanumaan wal qabatee dokmantii Tv isaanii irratti bara 2011 mata […]

Dhamsa Lamummaa Dhaabbaa OPDOfi Deegartoota Isaa Hundaaf

Boonsaa Caalchisaa Ilmaan Oromoo taatani jireenyaaf jecha waayyaannee jalaafi OPDO keessa kan hojjeetaan hunduumti kessaan dhamsa isiinif qabu dargaggoonni, barattootni, hawaasnifi Beektootni oromoo. Irraa caalaati dhamsii kun kan ilaalatu: Mootummaa Naannoo Oromiyaa Polisoota  Naannoo Oromiyaa Bakka bu’aa Dhaabbaata OPDO Bakka Bu’oota mana mare Oromiyaa. A) Jalqabaa Dawwitti ykn of ilaallee mana hin qabdaan yoo ta’ee […]

DIRAAMAA WAYYAANEETIIN FINCILLI SABA BAL’AA HIN GUFATU, HIN DHAABBATUS!!

#OromoProtests Barreessaan: Saphaloo Kadiir Ashamaa Harka fuune sabboontoota ilmaan Oromoo akkam jirtu? Waa jajjabaattanni? Eeyyee! Jabaachuudha kaa wanni guddaan. Mee dhaamsa gabaabaafi hatattamsiisaa tokkoon isiniif qaba hanga xumuraa na faana bu’aa. Eega dubbiftan booda ammoo hiriyoota keessan maraaf ‘share’ gootanii dabarsuun quuqama sabummaati. Yeroo ammaa kana ilmaan Oromoo mormii saaminsa lafaa maqaa master pilaaniitiin wayyaaneen […]

UK: Foreign travel advice in Ethiopia

Latest update: Summary – there was an explosion at the Anwar Mosque in the Merkato area of central Addis Ababa on 11 December; you should keep clear of the Merkato area and remain vigilant at this time (GOV.UK)–The Foreign and Commonwealth Office (FCO) advise against all travel to: within 10 km of the border with […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions