Archive | December 16, 2015

BBC Focus on Africa interviews OSA President Dr. Dr Henok Gabisa on Decmber 15, 2015

Biyya walaba ijaarratee jiraachuuf mirga fi dandeetti ummatni Oromoo qabutti kanneen hin amanne, hiree ummata Oromoo keessaa harka isaanii dachaafachuu qaban: Dr Henook Gabbisaaf deebii. Guyyaa gaafa 15/12/2015, akka sa’a Oromiyaatti, galgala sa’a 10:00tti, pirezedaantiin OSA ammaa, Henook Gabbisaa jedhamu, BBC, “Focus On Afriikaa” irratti hafeeramee, haala yeroo Oromiyaa irratti gaaffii gaafatamee ture. Gaaffii BBC’n […]

amnesty

Ethiopia: Anti-terror rhetoric will escalate brutal crackdown against Oromo protesters

(Amnesty International) — Protesters have been labelled ‘terrorists’ by Ethiopian authorities in an attempt to violently suppress protests against potential land seizures, which have already resulted in 40 deaths, said Amnesty International. A statement issued by state intelligence services today claims that the Oromia protesters were planning to “destabilize the country” and that some of […]

Resolutions of the Oromoo Liberation Front National Council

Lola Mootummaan Itophoyaa Ummata Oromoo Irratti Labsee Ilaaluun

Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Mootummaan murna bicuu Wayyaanee lola waggoota 25f ummata Ormoo irratti labsee, ajjeessaa fi hidhaa jiraate, labsa isaa Muddee 15, 2015 marraa lammafaaf haaromsuun mormii karaa nagaa ummatni Oromoo adeemsisaa jiru ukkaamsuuf Oromiyaa irratti humna waraanaa aangoomsee jira. Lolli ummata Oromoo irratti labsame kun haaraa tahuu baatullee, kan duraanii irra dhumaatii lammiilee fayyaaleeyyii […]

Boston Oromo Diaspora Solidarity Rally

Boston Oromo Protest Against  the Master Plan December  Thursday 18, 2015: Boston/MA Time 8:00AM-12:00PM Place start in front of City Hall Plaza March to State House 1 City Hall Square, Boston, MA 02201

Ethiopians Call on the Donor Countries (SMNE)

Ethiopians Call on the Donor Countries and International Community to Break the Silence and Condemn the Killing of Unarmed Student Protesters Solidarity Movement for a New Ethiopia (SMNE) Press Release December 15, 2015, Washington, DC, –Tensions have broken out in the Oromia region of Ethiopia in reaction to the Ethiopian government’s implementation of the Addis […]

PRESS RELEASE: OROMO COMMUNITY ASSOCITION OF NOVA SCOTIA (OCANS)

For Immediate Release Halifax, Nova Scotia, Canada – December 16, 2015 – The Oromo Community Association of Nova Scotia has a plan to protest and express our outrage at the killing of Oromo students and systematic elimination of Oromo people by the Ethiopian junta. This is not the first time that innocent Oromos and other Ethiopians […]

The ‘Ethiopian model’ runs into a wall; economic ambitions clash with politics as Oromo protests surge

The unrest highlights the conflict between the countries authoritarian development model and its system of federalism. By William Davison (Bloomberg) — ETHIOPIA’S rapid economic growth needs a burgeoning capital and less dependence on traditional farming. That’s pitting the government against members of its largest ethnic group, more than 50 of whom have allegedly been killed in protests […]

OFIRRAA KAASI MALEE*

Taammanaa Bitimaa irraa Ginni bittaa-Maqalee Jarri qawween as galee Akkuma Minilik-faa Uummata keenya qalee Ijoollee teenya qalee Yaa Oromoo waltayii Gaaraa-dakaa gadbayii Ofirraa kaasi malee! Biyya keenya qabatee Dilbii keenya qalatee Sabbuu keenya saammatee Buna keenya haratee Damma keenya muuxatee Dhiiga keenya xuuxxate! Arrabasaa dheeressee Sammuusaa daran deegsee Waanbadee nutti ta’ee Waan badaan nutti ka’e! […]

Oromo Biyya Turkey

    Hello Ayyaantuu online, Nuti ilimaan Oromo biyya Turkey keessa jiraannu lakkofsi keenyas baayyee xinno dha  yaata`u malee haali biyyaratti deemaa jiru kun baayyee waan nu gaddisiiseef nuttis sagalee teeyna dhageesisuuf asitti hiriira nagayaa bayuuf akkaataa issaa isin gaafachuuf, Mee eeyyamisiifachuuf Qaama Motummaa biyyatii kaminn gaafatani ? Ulagaaleen nutti guutuu qabinu maali fa’a mee […]

Iyyannoon Hawaasa Oromoo Guutuu Addunyaa jabinaan itti fufuu qaba!

Sochii mormii “Master Plan” tiin wal-qabataa, hidhatonni Mootummaa Wayyaanee (TPLF) Uummata Oromoo harka duwwaa mirga gaafachaa jiru, gara jabina hamaadhaan, meeshaa waraanaa tiin duguugaa akka jiruu Saba Oromoo maraaf ifa. Hawaasinni Oromoo biyya adda addaa keessa jiru hiriira mormii baldhinaan qindeesuu dhaan mirgi Saba Oromoo akka kabajamuuf Addunyaa tti iyyachaatuma jira. Kan heddu nama raajuu […]

የኦሮሞ ዜጎችን ከመሬታቸው የሚያፈናቅለውን የኣዲስ ኣበባ(ፊንፊኔ) ማስተር ፕላን በተቃወሙ የኦሮሞ ተማሪዎች ላይ

የወያኔ መንግስት እየፈጸመ ያለው ግፍ በሁሉም ሊወገዝ የሚገባው ነው! ከቤኒሻንጉል ህዝቦች ነፃነት ንቅናቄ(ቤህነን) በወቅታዊ ሁኔታ ላይ የተላለፈ መልእክት ኣምባገነኑ የወያኔ መንግስት በኢትዮጵያ ህዝቦች ላይ ላለፉት 25ዓመታት ሲፈጽም የሰነበተውን የመብት ረገጣ በኣሁኑ ሰዓት እጅግ ወደለየለት ዓረመኔኣዊ እርምጃ በማሸጋገር ታይቶም-ተሰምቶም የማይታወቅ ኣሰቃቂ ጭፍጨፋ በመፈጸም ላይ ነው። በኢትዮጵያ ውስጥ ያሉ ብሄሮችና ብሄረሰቦች በተለይም በስርዓቱ እንደሁለተኛ ዜጋ እየተቆጠሩ ያሉት […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions