Archive | December 26, 2015

IOWO: Request for Urgent Action!

December 25, 2015 President Barack Obama The White House 1600 Pennsylvania Avenue NW Washington, DC 20500 www.whitehouse.gov Tel: (202) 395-2020 Subject: Request for Urgent Action. Dear Mr. President Barack Obama: I am writing this appeal letter on behalf of the International Oromo Women’s Organization (IOWO), a Non-Profit, Non-governmental Organization established to promote gender equality and […]

Ethiopian opposition urges scrutiny of industrial plan

Politicians held over protests as PM says “anti-peace” forces spreading false information about investment zone plan. By Azad Essa (Aljazeera) — The international community needs to pressure the Ethiopian government to halt land grabs and respect human rights, an opposition party leader has said after two prominent opposition members were arrested for inciting protests in Oromiya […]

WBOn Loltoota Wayyaanee 12 Hojiin Ala Godhe

(SBO – MUDDE 26,2015) Waraanni Bilisummaa Oromoo Godina Bahaa Haleellaa Fudhateen Loltoota Wayyaanee 12 Hojiin Ala Godhe. Basaasotni Diinaas Haleelaman. Waraanni Bilisummaa Oromoo Godina Bahaa Mudde 23,2015 Lixa Harargee Ona Bookee bakka Araddaa 17 jedhamutti humna federaalaa sirna wayyaanee kanneen ummatatti roorrisan haleeluun 7 irraa ajjeesee, 5 madeessuu fi qawwee AKM.4 hidhannoo waliin irraa hiikkatuu […]

Resolutions of the Oromoo Liberation Front National Council

Hoogganootni Wayyaanee Copha Dhiigaa Lammii Oromoo Dhangalaasaa Jiran Hundaaf Gaafatamoo dha !

(oromoliberationfront.org) — Falmaa Ummatni Oromoo mirga isaa kabajsiifatuu fi jireenya Sabummaa ofiitti iggitii gochuuf gaggeessaa jiru irratti duula diinummaa fi shoorarkeessummaa Mootummaa Wayyaaneetiin banamee jiruun wareegamni Ummatni keenya baasaa jiru akkaan ulfaataadha. Lakkuma roorroo fi tuffiin Wayyaaneen Ummata Oromoof qabu daangaa dabraa fi duulli inni eenyummaa Sabichaa dhabamsiisuuf gaggeessu sadarkaan isaa guddachaa deemeen, Ummatni keenya […]

Oromoo !!!!!! Wayyaaneen Albee/Haaduu Ofiin Qarattee, Irraa Hin Kaasiin !!!!!

SEENAA Y.G(2005) OROMOO !!!! har’a sadarkaan Qabsoon keenya irra ga’ee jiru, haalan murteessaadha. Ummanni Oromoo, carraan Gabrummaa jalaa ba’uuf qabnu, wareegama lubbuu fi qabeenyaa barbaachisu baasee yk kafalee Bilisoomuun ala furmaata biraa akka hin qabne, sochii diinaatu nu dirqisiisaa jira. Wayyaaneenis, carraan ishee qofaa odoo hin taanee, carraan habashootaa angotti deebi’uu sadarkaa dhumaa irra waan […]

Bakkee Adda Addaati Qabeenyi Wayyaanee Daareffame

(SBO – MUDDE 25,2015) Godina Arsii Lixaatti Manni Murtii Ona Shaallaa Barbadeeffame; Godina Booranaa Ona Mi’oo Keessattis Dhaabbata Daandii Hindootaan Geggeeffamu Qabeenyummaan Isaa Kan Wayyaanee Ta’e Daareffame. Warraaqsa Bilisummaa Ummata Oromoo fi gaaffii mirga abbaa biyyummaa guutuu Oromiyaa keessatti belbelaa jiru dhaamsuuf tarkaanfii faashistummaa mootummaan abbaa irree wayyaanee ummataa fi barattoota meesha maleeyyii irratti fudhataa […]

Fundamental differences – The case of Oromia versus Ethiopia

Note: MUST READ Article By Yaadasaa Dafaa This article is dedicated to the memories of all our vibrant heroic Oromo gallant vanguards who selflessly gave up their precious lives in defense for their people’s pride, history, identity, and national dignity. This includes, but not limited to, recognizing and admiring all Oromo nation’s brave and unflinching […]

#OromoProtests Continue, December 25, 2015

Kaaba Shawaa aana Kuyyuu magaalaa Garba Gurraachaa fi Aanaa Warra Jaarsoo magaalaa Tulluu Milkii keessatt fincillii ka’e ture. Suuraan ergame: Mudde 25,2015 Yuuniverstii Wallaggaa Mooraa Naqamtee Keessatti Diddaan Sirna Wayyaanee Itti Fufe Mudde 25,2015 Naqamte FDG itti fufuun gaaffiin uummata Oromoo deebii argachuu qaba hidhamtootii fi hogganootiin siyaasaa hidhaman daddaffiin haa gadhiifaman jechuun barattooti Oromoo […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions