Archive | December 29, 2015

Hawaasa Oromo Faraansaay : waamicha sabaa

Hawaasa Oromo Faraansaay                                            27/12/2013 125, BOULEVARD CHARONNE 75011 PARIS Dhimma : waamicha sabaa Kabajamtoota hogantootaa  fi qabsaa’otaa  oromoo, hundaafi Bakka jirtanutti nagaan keenya haa dursu ! Bilisumma oromoo falmachuuf jettani jireenya dhuunfa dhiiftani qabsoo jireenya  godhachu keessaaniif  dhalli oromoo galata gudda isinii qaba.Qabsaa’ota isini biraa weereegamni waaqa kadhataa isniif baga rabbii lubbu dheersee harran isin gahee jenna. […]

Mastar Planiin Uummata Utuu Hin Mariisisin Hojii Irra HIn Oolu Jedha IHADEG

Eskinder Frew FINFINNEE (VOA Afaan Oromoo) —Koreen hoji raawwachiistuu IHADEG guyyoota lamaan darban wal ga’ii idilee geggeesseen haalawwan Oromiyaa fi naannoo Amaaraa keessa jiru irratti mari’achuu isaa ibsa sabaa himaa mootummaa irratti dubbifameen beeksiseera.Humnootii farra nageenyaa fi badiisaatu gaaffii uummataa waliin dha’uu dhaaf kaayyoo isaaniif itti fayyadaman jedha ibsi sun. Maastar plaaniin Fininnee yoo uummata […]

Ethiopia Arrests Second Journalist in a Week, Rights Body Says

By William Davison Police detain Oromo opposition leader after protests Politicians suspected of inciting violence across Oromia region (Bloomberg News) — Ethiopian authorities arrested two journalists in the span of one week, the Committee to Protect Journalists said, asking the East African nation to allow for greater openness. Getachew Shiferaw, editor in chief of Negere […]

Goodwill policy with Ethiopia has failed: experts

December 28, 2015 Cairo (Egypt Independent) — African affairs experts have differed on Egypt’s strategy for dealing with the Ethiopian Renaissance Dam problem and predicted the outbreak of war in the region. Some said Addis Ababa is pursuing a fait accompli policy while Egypt is dealing with the situation in goodwill, adding that Cairo will […]

Waamicha Marii Haala Hamaa Obbolooti fi Lammiin Keenya Oromiyaatti Keessa Jiran Ilaalchisee.

Miseensota WWDO fi Dargaggoota Oromoo naannoo DMV maraaf: Baga jal-bulti waggaa haarawa bara 2016 geessan jechaa walgahii fi mariin miseensota WWDO fi dargaggoota Oromoo naannoo Washington, DC, Maryland fi Virginia, haala yeroo ammaa Oromiyaa irratti gaafa Dilbata Amajjii 03, 2016 sa’atii 5:00w.b. irraa egalee ni geggeeffama. Akkuma yaadatamu, WWDOn yeroo adda addaattti waamicha lammii keenya […]

Guyyaa Har’aa Mudde 28, 2015 Dhaabbiilee Barnoota Olaanoo Yuniverstiilee Keessatti Ficilli Xumura Gabrummaa (FXG) Itti Fufee Jira

Fincilli Xummura Gabrummaa (FXG) (Qeerroo) – -Mudde 28, 2015  Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo Yuunibarsitota kanneen akka Amboo, Wallaggaa Harammayyaa fi Maddaa walaabuutti Goototni Qeerroon Barattoota Oromoo Warraaqsaa Biyyoolessaa Oromiyaa  Fincilli Xummura Gabrummaa (FXG)’n utuu Wal irraa hin kutiin  itti fufinsaan gaggeeffamaa Jiru daran jabeessuun  itti fufan. Waraanni Agaazii fi raayyaan ittisa biyyaa Mooraa yuunibarsiitii Amboo keessatti […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions