Archive | December 31, 2015

TUMSA’s position on the ongoing Oromo People’s Movement

December 30, 2015 We recognize and affirm that the current movement in Oromiyaa is a popular uprising. The Oromo people are waging a just and legitimate struggle for liberation and freedom. The TPLF regime is a force of aggression and its military serves as an occupation army, hence has to leave Oromiyaa immediately. The TPLF […]

Barattoonni Preparatory Namqamtee FXG Itti Fufuun Loltooti Wayyaanee Heddumminaan Qabee Daa’immaan Reebuu fi Hidhuutti Jira

(Qeerroo) –Mudde 31,2015 BARATTONNI  PEREPARATORY NAQAMTEE FINCILA XUMMURA GARBUMMAA (FXG) AKKUMA ITTI FUFANITTI JIRU Akkuma kaleessa jechuun mudde 29, 2015 FXG eegala har’a Mudde 30,2015 bifa  dhaadannoo garaagaraan sagaleesaani dhageessifataa oolaniiru. Dhaadannoole isan gootummaan humna waraanaa dura dhaabbatanii dhageessisan heddu naasisaa turuusaa ijaan argeera keessaayyu Nuti baraattoonni haawwaasaaf baranne,hidhaan,ajjeechaan,qawween haawwasaaf falmuu duuba nu hin deebisu Kan irratti wareegamne,kan irratti miidhamne […]

Video Hawwissoo WBO Isin Bira Jirra Qeerroo 2015

‪#‎OromoProtests‬– Remembering fallen Qeerroo at this intense moment for the Rise of Our Future Qeerroo. Once again, we saluting them for the great sacrifices they are paying to defend our ancestral land and cultural way of life. “Freedom is indivisible; the chains on any one of my people were the chains on all of them, […]

#‎OromoProtests‬ Continue – Bekele Nega under house arrest

Arsi University Asella Campus December 31, 2015 Mormii barattota Yunivarsitii Arsii Damee Asallaa ‪#‎OromoProtests‬ soldiers firing on protesters in Machara town ( West Hararge) December 31, 2015 Seenaa Oromoo keessatti Onni Daaroo Labuu madda gootota Oromoo kan akka Raggaatuu Roobaa, Aslii Oromoo fa’aa tan biqilchite ta’uun beekkamti. In Burrayyu students walk out of school stating […]

Mormii Ganjii, Amuru, Naqamtee fi Gimbii Keessaa fi Tarkaanfii Humnoota Mootummaa

VOA Afaan Oromoo የኦሮሚያ ወቅታቂ ሁኔታ WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Maaster Pilaanii Finfinnee mormuun baatii Sadaasaa keessa jalqabee haga ammaatti itti fufee jiru mormii Oromiyaa keessaaa dhaabsisuuf, tarkaanfiin humnoota poolsii Federaalaa fi waraana mootummaan fudhatamu hammaachuu isaa, jiraattonni magaalaalee adda addaa har’a dubbataa jiran. Godiaa Wallaggaa Lixaa, aanaa Ganjii, magaalaa Ganjii keessatti reebichi kaleessaa […]

Fincila Diddaa Gabrummaa dhuma 2015: Biyyaa fi Qabeenya humnaan sarbame Oromoon humnumaan deffata

By Abdii Borii Oromoo irratti sanyii daguuggaa, Oromiyaa samuu fi mancaasun kan eegale minilik irraa jalqabee ti.  Kana malees lakoobasa oromoo heddummate kana fixanii gad xiqeesuun akka dandahamu  kan dhaadate Mallas Zeenawii ti.Haa tahu malee boolla oromoof qote egale san dafee ofumaaf seene.Warra hafan ammoo dhiignni ilmaan Oromoo Oromiyaa irratti dhangalaa jiru galaana tahee akka […]

Number of Oromo protesters killedy by Ethiopian brutal security forces

‪#‎OromoProtests‬- Since November 12, 2015 at least 122 innocent lives lost, 1,500 wounded, 4,500 arrested, while 800 mysteriously disappeared leaving no trace only because of taking part in peaceful demonstrations against the regime in Ethiopia. #OromoProtests ‪#‎EthiopiaCrisis‬

Statement by National Security Council Spokesperson Ned Price on the Arrest of Journalists in Ethiopia

(The White House) — Having welcomed developments in Ethiopia earlier this year–including the release of several detained bloggers–that suggested increased protections for the fundamental right of free expression, we are deeply concerned by the recent arrests of other journalists in Ethiopia. We continue to urge the Ethiopian Government to build on earlier developments by strengthening […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions