Archive | December, 2015

Addressing Post-TPLF Fears

Fear is an inability to imagine possibilities….. By Dr. Ebissa Ragassa There is great fear reverberating among Ethiopianist/Unionist that the sudden fall of TPLF will lead to Ethiopia’s disintegration. What Ethiopia may become after the fall of TPLF is a worrying scenario for many Ethiopianist however, in delaying to join Oromo’s peaceful uprising will not […]

: Power ambition and willing to kill the Oromo youth The case of Dr. Mitiku Tesso

By Rundassa Eshete Fired by the opportunity of making money and with the dream to become an ambassador, Dr. Mitiku Tesso’s ugly arrogance is getting out of control. Recently, the Oromo youth/the Oromo people have been fighting the Tigre colonial force in Oromia and this revolutionary movement is taking place at breathtaking speed creating a […]

Protest for Ethiopian Civil Rights blocks downtown Seattle streets

Demonstration is in wake of mass killings in Ethiopia Seattle (Kiro7 News) — Seattle on Tuesday as it made way to the Federal Building. The protesters — many of them members of the East African community — want Washington senators to pressure Ethiopian leaders or cut U.S. aid in the wake of the ongoing mass […]

Hawaasa Oromo Faraansaay : waamicha sabaa

Hawaasa Oromo Faraansaay                                            27/12/2013 125, BOULEVARD CHARONNE 75011 PARIS Dhimma : waamicha sabaa Kabajamtoota hogantootaa  fi qabsaa’otaa  oromoo, hundaafi Bakka jirtanutti nagaan keenya haa dursu ! Bilisumma oromoo falmachuuf jettani jireenya dhuunfa dhiiftani qabsoo jireenya  godhachu keessaaniif  dhalli oromoo galata gudda isinii qaba.Qabsaa’ota isini biraa weereegamni waaqa kadhataa isniif baga rabbii lubbu dheersee harran isin gahee jenna. […]

Mastar Planiin Uummata Utuu Hin Mariisisin Hojii Irra HIn Oolu Jedha IHADEG

Eskinder Frew FINFINNEE (VOA Afaan Oromoo) —Koreen hoji raawwachiistuu IHADEG guyyoota lamaan darban wal ga’ii idilee geggeesseen haalawwan Oromiyaa fi naannoo Amaaraa keessa jiru irratti mari’achuu isaa ibsa sabaa himaa mootummaa irratti dubbifameen beeksiseera.Humnootii farra nageenyaa fi badiisaatu gaaffii uummataa waliin dha’uu dhaaf kaayyoo isaaniif itti fayyadaman jedha ibsi sun. Maastar plaaniin Fininnee yoo uummata […]

Ethiopia Arrests Second Journalist in a Week, Rights Body Says

By William Davison Police detain Oromo opposition leader after protests Politicians suspected of inciting violence across Oromia region (Bloomberg News) — Ethiopian authorities arrested two journalists in the span of one week, the Committee to Protect Journalists said, asking the East African nation to allow for greater openness. Getachew Shiferaw, editor in chief of Negere […]

Goodwill policy with Ethiopia has failed: experts

December 28, 2015 Cairo (Egypt Independent) — African affairs experts have differed on Egypt’s strategy for dealing with the Ethiopian Renaissance Dam problem and predicted the outbreak of war in the region. Some said Addis Ababa is pursuing a fait accompli policy while Egypt is dealing with the situation in goodwill, adding that Cairo will […]

Waamicha Marii Haala Hamaa Obbolooti fi Lammiin Keenya Oromiyaatti Keessa Jiran Ilaalchisee.

Miseensota WWDO fi Dargaggoota Oromoo naannoo DMV maraaf: Baga jal-bulti waggaa haarawa bara 2016 geessan jechaa walgahii fi mariin miseensota WWDO fi dargaggoota Oromoo naannoo Washington, DC, Maryland fi Virginia, haala yeroo ammaa Oromiyaa irratti gaafa Dilbata Amajjii 03, 2016 sa’atii 5:00w.b. irraa egalee ni geggeeffama. Akkuma yaadatamu, WWDOn yeroo adda addaattti waamicha lammii keenya […]

Guyyaa Har’aa Mudde 28, 2015 Dhaabbiilee Barnoota Olaanoo Yuniverstiilee Keessatti Ficilli Xumura Gabrummaa (FXG) Itti Fufee Jira

Fincilli Xummura Gabrummaa (FXG) (Qeerroo) – -Mudde 28, 2015  Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo Yuunibarsitota kanneen akka Amboo, Wallaggaa Harammayyaa fi Maddaa walaabuutti Goototni Qeerroon Barattoota Oromoo Warraaqsaa Biyyoolessaa Oromiyaa  Fincilli Xummura Gabrummaa (FXG)’n utuu Wal irraa hin kutiin  itti fufinsaan gaggeeffamaa Jiru daran jabeessuun  itti fufan. Waraanni Agaazii fi raayyaan ittisa biyyaa Mooraa yuunibarsiitii Amboo keessatti […]

Waamicha Yaadannoo – Fireworks hin bitinaa!

Yaa ilmaan Oromoo waan amma kana nurra gahaa jiru, tokko kan biraati himuu hin danda`u hundi keenya ni beekna Sammuu keenyas nu cabsaa jira, irra deddeebi’uun barbaachisaa na hin fakkaatu. Kan ta‘u qabu garu iddoo jirru hundatti ‘saba keenya dhumaa jiruf maal gumaachuu dandenya?’ jennee karaa tarkaanfii fudhachuutti ceehuu qabna jedheen amana. Kanaaf, nuti Orommonni […]

#OromoProtests Continue in Oromia and around the world

December 28, 2015 Hidhabuu Abote (North Shawa) General Tadesse Biruu School, Ejere town, North Shawa December 28, 2015 Melbourne, Australia, December 28, 2015 Agarfa High School ( Bale) on Friday December 25, 2015

Oromo’s Land Grabbing and Addis Ababa (Finfinnee) Master Plan Secrete

Published on May 20, 2014 Please, have a patience and listen to this interview how officially genocide and land grab in Oromia on Oromo farmers target illegally and very secretly operated explained by former Deputy Minster of communication and the operation team members especially listen to the interview ……

FDG Irratti Barreeffama Gene Sharp: ‘Abbaa Irrummaa Irraa Gama Dimokraasii’ – Kutaa 3ffaa

3.3 Wiirtuulee Aangoo Dimokraatawaa Hawaasi tokko dimokraatawaa tahuuf mallattoolee jiran keessaa tokko jaarmayaan hawaasaa, dhaabbileen adda addaa fi jaarmayooti miti-mootummaa walabni, kan mootummaan hin tohanne jiraachuu dha. Dhaabbilee ykn jaarmayaalee kun fakkeenyaaf: kan maatii, waldaa amantii, waldaa aadaa, waldaa isportii, siyaasaa, naannoo qubsumaa, walda mirga namoomaa, waldaa muziqaa, waldaa beektootaa, fi kkf dha. Waldaaleen ykn […]

Swedish National Theatre and Kality Foundation: Voices in danger

Dear friends, The Swedish National Theatre (www.riksteatern.se) and The Kality Foundation (www.kalityfonden.se) is planning to set up a theatre play with voices from imprisoned journalists in Ethiopia. The idea is to give back the freedom of expression that is denied from the jailed and to create a room for compassion. The purpose with the project […]

Oromiyaa: FDG Itti Fufee Jira

Mudde 27,2015 Godina Shaggar Kibba lixaa Aanaa Tolee ganda Jiwwaaroo Kaarratti Muddee 26/2015 fi Mudde 27,2015 walgayii Wayyaaneen uummata waamteen walgayiin feshalaee fi diddan dhowesniis uummata irratti waraanni wayaanee dhukaasa baneen lubbuun nama tokkoo darbee jira. akka gabaasni nu gahet addessutti anaa Toleetti halkan keessaa gartuu hin beekamneen dhaabbanni leenjii qonnaa opdon ittiin uummata oromoo […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions