Archive | February 5, 2016

Ummati Oromoo Gujii Tokkummaan Ka’uun Barattoota Oromoo 8 Hidhaa Wayyaanee Keessa Turan Baafatan.

‎Gujii, Oromiyaa | Gurraandhala 05, 2016 Ummati Oromoo Gujii gootummaa isaaniitiin barattoota saddeet mana hidhaatii baafatan. Ummati gamtaan bahuun pooilisoota ariyatee barattoota 8 hidhaa keessaa baasee fudhatee galeera. Diddaa fi mormii seena qabeessa kanaan humna wayyaanee raasaa jiran. Humni dabalataa Hawaasaa irraa gara sanatti ergamaa jira. Ummati karaa cufee akka of eegatu dhaamsi darbee jira. Akkasumas […]

Why Do We Cling to Our Identity?

By Dambal Galaana Oromo is a name and an identity. Oromummaa is the feeling we, the Oromo, have about it. I don’t know from where we got the name “Oromo,” but we nurtured and developed the feeling of Oromummaa overtime. It is our feeling of who we are. It is our cognition. It is also […]

Brief summary and implication of Oromo struggle for freedom of Oromia.

By Ilma Gadaa (Part 1) Historically, Oromo were denied belongingness to Ethiopian empire and were considered subhuman. I remember that my history teacher (Hist 101) being stood in the class and told us what he said was lore. He said, Oromo (he called us gala) came out of river, out of fire or from beneath […]

Fincila Diddaa Gabrummaa Irratti Barreeffama Gene Sharp: ” Abbaa Irrummaa Irraa…”

Kutaa – 5ffaa Boqonnaa 5ffaa – Aangootti Dhimma Bahuu Boqonnaa 1ffaa keessatti Abbaa Irruummaa karaa waraanaan qabsoo irratti godhuuf bakka laafina isaa osoo hin taane bakka jabina isaa rukutuu dha jennee turre. Mormitooti haala meeshaan lolaa, dhiheessiin rasaasaa fi gara biraa hir’uu tahe keessatti Abbaan irree karaa waraanan dura dhaabbachuu filachuun aanjaa isaaniif hin qabaatu. […]

Then and Now: A Rejoinder to my Critics – Messay Kebede

By Messay Kebede In the last article I posted, titled “Unity Overrides Everything,” I urged the Amhara to join the ongoing Oromo protests even if their reluctance is understandable in the face of the protests being confined to ethnic issues. Some of my readers did not like my appeal, arguing that the protests did not […]

#‎OromoProtests‬- (5.02.2016, Oromia) – Today, February 5, 2016

FB:Dhábasá W. Gemelal #‪#‎OromoProtests‬, (5.02.2016, ‪#‎GujiiBuleHora‬, Oromia) Oromo Protests continues in various districts of Guji Zone against ‪#‎MedrocExploitation‬. Here farmers from various villages march to the town chanting ” Okkote is our land, Al Amudin is our enemy”. Okkote is one of the mineral deposit sites that is to be given to Medroc/ Al Amudin. […]

Oduun Keessoo Qondaaltota OPDOtii bahe

Guraandhala 4 Bara 2016 Oduun Keessoo Qondaaltota OPDOtii bahaa jiru akka ibsutti Hoggantoota Dhaabichaa shan 1. Abbaa Duulaa Gammadaa – Aafa yaa’ii Mana Maree Impaahera Itoophiyaa 2. Lammaa Magarsaa -Aafa Yaa’ii Caffee Oromiyaa 3. Muktaar Kadir – Preezdaantii Naannoo Oromiyaa 4. Dhaabaa Dabalee – Itti Gaafatamaa Waajjira Dhaabaa OPDO 5. Abiyyii AhimadMinsteera Saayinsiif Tekinooloojii Mootummaa […]

Minnesota Oromo community decries violence in Ethiopia

MPR News Staff >>>>>>>>>Listen> (MPR News) — The Oromo community in Minnesota is trying to raise awareness about the situation in Ethiopia. According to Human Rights Watch, at least 140 people were killed by Ethiopian security forces during protests over a plan by the Ethiopian government to expand the capital, Addis Ababa. The protesters were […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions