Archive | February 8, 2016

{MUST WATCH} Maraatuu / Abdiisaa Balaachoo-tiin

Abdiisaa Balaachootu barreesse. Jaaleen Amantee qajeelchaadha/director. Meetii kabbadee fi Eebbaan Taammiruummoo warra ta’anii nu agarsiisani. waltajjiin, waltajjii eebba kitaaba Abdiisaa Balaachoo “A’aa!” irrati.

RSWO – Gurraandhala 8, 2016

Raadiyoo Sagalee Walabummaa Oromiyaa Oduu, Saamicha Oromiyaa Godina Gujii Kessatti Mootummaan Wayyaanee Taasisaa jiruratti Gaaffiif Deebii Jiraattota Waliin Goone, Kutaa 2ffaa Gaaffiif Deebii Barsiisaa Yuuniversitii Finfinnee Kiiloo 6 Waliin Haala Yeroo Irratti Taasifneefi Qophilee Keenya Biroo Dhaggeeffadhaa………… Radio Voice of Independent Oromia – February 8, 2016

Hiriirawwan Har’aa Oromiyaa Keessaa fi Tarkaanfii Humnoonni Mootummaa Fudhatan, Jedhame

Jaallannee Gammadaa, Soraa Halakee, Namoo Daandii WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Oromiyaa keessatti bakkawwan har’a hiriirri itti geggeessame keessaa tokko – Harargee Lixaa, aanaa Doobbaa, magaalaa Biyyoo-Karaabaa ti.Hiriirichi, waaree sa’aa ja’a irraa jalqabee haga waaree booda sa’aa sagalii fi walakkaatti geggeessamuu isaa ka nuuf ibse – hirmaataan hiriirichaa fi jiraataan magaalaa Doobbaa –  qonnaan-bultoota kumaan lakkaawaman […]

GOOD NEWS: HIV/AIDS CURE FINALLY FOUND, DOCTORS CONFIRM – NO MORE CONDOMS!!!

(All Health Guidance) — Doctors in Barcelona, Spain consider they’ve discovered the remedy to HIV – the AIDS-causing virus that impacts the lives of greater than 34 million individuals worldwide, in line with WHO. By utilizing blood transplants from the umbilical cords of people with a genetic resistance to HIV, Spanish medical professionals consider they […]

Oromo Farmer’s Song of Sorrow in Modern Ethiopia

By Teferi Fufa I once was a farmer on my own small piece of land Lived in my own little house I built with the help of neighbors Owned a few heads of cattle and some chicken Planted enough vegetables and crops to feed my family Collected fire wood from the trees on my land […]

#OromoProtests – February 8, 2016

‪#‎OromoProtests‬, (08.02.2016, ‪#‎Gulliso‬, Oromia) -Protests underway in Gilliso, West Wollaga of West Oromia. The protests were inflamed when Agazi forces beaten one student in the town. ========================================== ‪#‎BilisummaaOromoo‬-(08.02.2016, ‪#‎DiddaaGullisoo‬, Oromiyaa) Guyyaa har’aa G/ Wallaggaa Lixaa magaalaa Gullisoo keessatti diddaan jabaa deema ajira; diddaa fi mormii kanaaf sababa kan taé, warri Agaazii mucaa Oromoo tokko akka […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions