Archive | February 11, 2016

Qondaali TPLF Shewangizawu Abebe jedhamu Humna Addaa WBOn ajjeefame.

(SBO – GURRAANDHALA 11,2016) Godinoota Lixaa fi Kibba Lixa Shawaa keessatti dhiiga ilmaan Oromoo dhangalaasuu keessaa harka kan qabu basaasni wayyaanee Gurraandhala 06,2016 ajjeefame. Oduun SBO dhaqqabe akka ifa godhutti FXG Godinoota Lixaa fi Kibba Lixa Shawaatti deemaa jiru keessatti ilmaan Oromoo hedduun akka ajjeefamanii fi hidhaman kan godhe basaasni wayyaanee Shewangizawu Abebe jedhamu Gurraandhala […]

Kenya flower firms relocating to Ethiopia, cite better conditions

(The Star) — Kenya lost five major investors in the flower sector last year due to a punitive tax regime and more could relocate to other regional markets in 2016, the Kenya Flower Council has warned. KFC chief executive Jane Ngige said the five investors relocated to Ethiopia, to tap into a raft of incentives, […]

How Ethiopia Can Overcome the Worst Drought in 50 Years

Daniel Speckhard Daniel Speckhard, a former U.S. Ambassador, is the President of Lutheran World Relief and a non-resident Senior Fellow with the Global Development and Economy program at the Brookings Institution. But it can’t handle the crisis on its own (Time) — In the West you can hear a collective groan: Not Ethiopia again. The […]

Waamicha Qeerroo Bilisummaa Oromoo Hojjettoota Mootummaaf

Qeerroon Bilisummaa Oromoo Ilmaan Oromoo Mooraa Mootummaa Wayyaanee Sadarkaa Garaagaraa Keessatti Argaman Hundaaf Waamichaa Fincila Xumura Gabrummaa(FXG) Gaggeeffama Jirutti Akka Makamaaniif Waamicha Xumuraa Dhiheesse. Gurraandhala 11, 2016 Finfinnee Warraaqsaa biyyoolessaa Oromiyaatti gaggeeffamaa jiruun mootummaan wayyaanee kufaatii guddaa fi kasaaraa siyaasaa keessaa ba’uu hin dandeenye keessa gale keessa bahuuf tooftaalee dadhaboo armaan gadii sochii uummataa danquu […]

Beeksiisa Uummata Oromoo Hundaaf!!

Yeroon kun uummataa oromoof jiraachuu fijiraachuu dhabuu Murteeffachuuf qabsoo Warraaqsaa Fincila Xummura Gabrummaa isa Xummura gaggeessa waan jirruuf Uummatni Oromoo qabxiilee Armaan Gadii Yeroon hojiitti Hiikuu qaba. Dhimmoota Kamiif iyyuu Naannoo Jirtan Irraa asiif Achii Sochii akka hin goone,uummatuma Naannoo Keessanii Waliin Gamtaan mirga Keessan Kabachiisuuf warraaqsaa jabeessuutti akka cichitan. Duula Gabaa Lagachuu akka Gootaan […]

አይን አውጣ እንግዳ እንደዚህ ነው እንግዲህ!

ኦሮሞ ወደ ዋና ከተማው ፊንፊኔ እንዳይገባ ተከለከለ። ከአምቦ ከተማ ኦሮ ሰሌዳ ያላቸው መኪናዎች አዲስ አበባ እንዳይገቡ ተከለከሉ። ባለንብረቶቹ ኦሮሞዎች አዲስ አበባ መግባት ስለሌለባቸው ሆለታና ቡራዩ አካባቢ እንዲያራግፉ መመሪያ ቢደርሳቸውም መመሪያውን ባለመቀበላቸው የስራ ማቆም አድማ አድርጓል። ኦሮሞ ወደ ዋና ከተማው እንዳይገባ እንግዶቹ ከከለከሉት ጤፉም ስንዴውም ገብሱም ምሥሩም በቆሎውም በሬውም በጉም ፍየሉም ቅቤውም እንቁላሉም መግባት የለበትም። እስካሁን […]

የመሳይ ከበደ በር ከተስፋዬ ገብረአብ

ከተስፋዬ ገብረአብ ዛሬ ላይ ቆመው ነገን ለማወቅ የሚችሉ ሰዎች “ነቢይ” ሲባሉ ኖረዋል። በዘመናችን ቋንቋ “የፖለቲካ ተንታኝ” ማለት ይሆን? ይህን የሚገልፅ አንድ አባባል አውቃለሁ፣ “ትናንት ታሪክ ሆኖአል፤ ዛሬ ስጦታ ነው፤ ነገ ደግሞ ምስጢር” መሳይ ከበደ በመጨረሻ የፃፈውን መጣጥፍ ሳነብ (Then and Now: A Rejoinder to my Critics) ‘ይህ ፕሮፌሰር ኢትዮጵያን ከመፍረስ ሊያድኑ ከሚችሉ ልሂቃን አንዱ ሊሆን […]

#OromoProtests – Continued, February 11, 2016

#‎Oromoprotests‬-(11.02.2016,‪#‎MandiManasibu‬, Oromia) Oromo students from Mandi, West Wollega, continue protesting in ‪#‎Mandi‬ and ‪#‎Mansibu‬districts from morning up to now. Agazzi and Federal police starts gunfire on peaceful Oromoprotesters. ================================== ‪#‎BilisummaaOromoo‬, (11.02.2016, ‪#‎DiddaaMandiiManasibuu‬, Oromiyaa) Godina Wallagga Dhihaa, aanalee Mandii fi Maansibuu keessatti hiriirri mormii cimaan har’a itti fufee jira. Agaazii fi Poolisiin Federaalaa barattoota nagaa irratti […]

ኣሃዳውያን ፖለቲከኞች ሆይ!

ፕሮፌሰር መሳይ ከበደን ወይ ደግፏቸው ወይ ኣውግዟቸው! (ቦሩ በራቃ) የማከብራቸው ምሁር ፕሮፌሰር መሳይ ከበደ ከኣንድ ሳምንት ገደማ በፊት በእንሊዝኛ Then and Now: A Rejoinder to my Critics በሚል ርእስ ለንባብ ያበቁትን ፅሁፍ በተመስጦ ነበር ያነበብኩት። በርግጥ ቀደም ሲል ፕሮፌሰሩ ሲያስነብቡን ለቆዩት በርካታ ፅሁፎች ኣልፎ ኣልፎ እንግዳ ባልሆንም ይህኛው ግን ከሁሉም የተለየ ሆኖ ኣገኘሁት። እናም ወዲያው […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions