Archive | February 12, 2016

Qeerroo ‘Abdiisaa Baancaa’n Walbaraa!!

Beekan Gulummaa Irranaa Qabsoo gama maraan taasifnu keessatti namni hundi maasii itti bobba’erratti ciminaan yoo dalage injifannootu saffisa!. Uummanni Oromoo qeerroofi Qarreewwansaa barsiifatee toora garaagaraarra hiriirsifate danuu qaba. Haata’u malee, carraa hiree taatee kaan utuu barataa jiruu diinaan ugguramee mana hidhaa diinaa keessa jira; kaan ammoo rakkoo hamtuu keessa taa’ee baratee ishee barate sanaan haga […]

haile

Land Grabbed by Haile Gebre Silassie in Sululta

Gandi suuraa kanarratti argitan kun ‘Yaya Village‘ jedhama; Sulultaa keessatti argama. Suuraan hunda hin garsiisu malee dachii guddaadha. Dachii hangana ga’u qotee bultoota Oromoo irraa kaasanii Haylee G/Sillaaseetii kennan. kana malees, lafoota gurguddoo qonnaa bakkoota adda addaatti kennameefii, irraa quufee geeraraa jira. Akka inni BBC’tti dubbatetti, amma gara Warqii baasuutti socho’uuf qophaa’aa jira. Dachiin kun […]

Letter of Response to Sarah Mosisa from President Obama

By Sarah Mosisa Upon returning to the Unites States from Australia after a month of training for my college junior course, my dad, who is Oromo, showed me some of the pictures of murdered Oromo students by the Ethiopian government for peacefully demonstrating against forceful eviction of Oromo from their ancestral lands. In response, I […]

Oromo Communities, Civic, Professional and Religious Organizations hold a meeting in Washington, DC

Representatives of Oromo Communities, Civic, Professional and Religious organizations in North America will hold a meeting in Washington, DC on February 13, 2016, to discuss the current situation in Oromia and create a sustainable community-based support for Oromo victims in Oromia. Participants include representatives of over thirty Oromo community organizations, the Oromo Studies Association (OSA), […]

#OromoProtests – Continued, February 12, 2016

Artist Hawwii Tezera arrested again? Let’s pass her name to all human rights organizations. ************************************************** Artistii keenya jaalatamtuu Hawwii Tazarraa kan reebicha irra ga’een dhukkubsataa jirtu ammas dabalanii reebuuf akka qabanii deeman himamaa jira. Qabsoon itti fufuu qaba!!! ‪#‎OromoProtests‬- (12.02.2016, ‪#‎MalaJireenyaaOVR‬, Oromia) This is a Voice of Resistance @Anwer Mosque, Finfinnee today 12/02/2016. ============================================== ‪#‎BilisummaaOromoo‬-(12.02.2016, […]

Keeping up the fight: Scholar at Risk pushes for change in Ethiopia

By Colleen Walsh, Harvard Staff Writer (Harvard Gazette) — The journey Beekan Erena took to Harvard’s Scholars at Risk program began with the suffering he witnessed as a boy in the Oromo region of Ethiopia. “Poor people were segregated, rejected,” he said. “I wept.” Erena was only 7 years old, living on the edge of […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions