Archive | February 15, 2016

Godina Wallagga Aanaa Sibuu Siree Keessatti FXG Daran Hammaate.

Gurraandhala/February 15, 2016 | Qeerroo News, Har’a Guraandhala 15,2016 warraaqsi Ummataa daran Finiinfamee Wallagga Bahaa Aanaa Sibuu Sireetti sochiin uummataa kan ba’aaf gala dhorkaa jiru itti fufee. Waayyaanotatti umurii butuuf jechaa jira. Haallan jireenyaaf muka qabataallee hanga dhabanitti OPDO hirriba dhorkaa ka jiru yoo ta’u har’a A/Sibuu Siree, Waamaa bakka jedhamutti warshaa sukkaaraa kan qabeenyummaan […]

#OromoProtests – oduu adda addaa – Feb 15, 2016

Uummata Rakkate Dhaqqabuu: Gaaffii fi Deebii Obbo Dinquu Dayyaasaa Waliin Namoo Daandii 15.02.2016 22:55 WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) –Ka dhiheenya wal’aansa Fayyaaf as Yunaayitid Isteets dhufanii deebi’an, abbaan Yunivarsitii Rift Vaalii fi abbaan qabeenyaalee ka biroo, Obbo Diunquu Dayyaasaa, caama hamaa yeroo ammaa Itiyoophiyaa mudate kanatti birmachuuf jecha, dhiheenya kana, uummata hanqina nnyaataaf guddaa […]

Ethiopia: Ministry of Public Enterprise to Auction Ten Entities

No interest in some, government divesting its shares in others, unable to collect 2.8b Br from one debtor. (Addis Fortune) – MIDROC Ethiopia accounts for 60pc of all the money the Ministry of Public Enterprises (MPE) has been unable to collect from the privatization process, the Ministry reported to Parliament on February 8,2016. The Ministry, […]

#OromoProtests – February 15, 2016

Oromo Voice Radio, February 15, 2016 ‪#‎OromoProtests‬ “Arsii Lixaa Aanaan Siraaroo Mana hidhaa diiganii hidhamtoota guutummaan baasaniiru. Magaazina mootummaa kan kuusaa madabaraa cabsanii madabaraa guurataniiru. Kaadiroonni mana manatti galtee dhokkachuun ofitti cuftee jirti.” ‪#‎OromoProtests‬ “Guyyaa gaafa jimaataa Godina Qellem wallaggaa ganda Qellem keessatti sirba afaan oromoo sirbitan jechuudhaan yooxiqqaate namoota 15 ta’an milishoota gandaa fi […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions