Archive | February 17, 2016

Sagalee QEERROO Bilisummaa Oromoo(SQ) Qophii Guraandhala 17, 2016

ETHIOPIA #OROMOPROTESTS CAALAA BULTUME SHASHAMANE #‎OromoProtests Shashemene youth march with Caalaa Bultumee’s song that which the regime has been trying ban. You might recall Agazi soldiers fired on a wedding party playing this song on a bus causing the latest upraising. #‎OromoProtests‬-(18.02.2016, ‪#‎Oromogirls‬, Oromia) Here determined Oromo school girls marching to resist the current ruthless […]

Mootummaan Wayyaanee Muddama cimaa keessa akka jiru beekkameera

FB: Ramu Na Oduun gama Finfinnee keessaa miliqxee baate akka agarsiiftutti qaamoleen olaannoo dhimma nageenyaa biyyatti, Ministera Ittisa biyyatti qaamoleen security biyya keessaa fii komishenarotni Poolisii federaala gurguddoon guyyaa har’aa dhoksaan marii hatattamaa waajjira guddaa poolisii Federaalaa Finfinnee naannawa Meeksikoo argamu keessatti gochaa akka oolan beekkameera. Abbootiin aangoo kunneenis irra caalaan Tigroota tahuu beekkameera. Mariin isaanii […]

Genzebe Dibaba runs 4:13.31, breaks indoor mile world record

• Coach: Genzebe Dibaba was in 3:48 shape for 1,500-meter world record (SI)Dibaba was clocked at 3:56.27 for 1,500 meters, which was just 1.1 seconds off her world record in the 1,500 meters from outdoors. Watch Dibaba’s record-breaking run below In her last two appearances at the meet, Dibaba set world records in the 3,000 […]

Beware: Once again TPLF regime plays a familiar trick with a year old video

‪#‎OromoProtests‬ You might have also seen this picture circulate on internet with allegation its a church destroyed yesterday by protesters in Siraro district, West Arsi. This too is total false. This church shows Mariam Church is located in Hosaena, SNNPR. This church burned burned and partially destroyed the church over a year ago. Pictures and […]

Ethiopia feeling pinch of illicit financial outflows

Note: Who is the thief? State creates new intelligence unit after reports that $26 billion left country in 10 years ADDIS ABABA, Ethiopia (AA) — Alarmed by increasing illicit financial outflows, Ethiopia says it is taking new counter measures including installing advanced CCTV cameras at airports and establishing a special intelligence unit. A report released by […]

#OromoProtests – Update 2, February 17, 2016

#‎OromoProtests‬ Guyyaa hardhaa Feb 17/2016 Ummanni Ganda Abaaroo galgala kana dhufee magaalaa Shaashamannee seenee mormii guddaa dhageessisa ture. Buufata poolisii ganda 03 gooxii 4 ibiddaan gubanii barbadeessan. Humni woraanaa dhukaasaa irratti baneen ummata kuma kudhanii gahu amma reefuu uf duuba deebisan humna dabalataa magaalaa Awaasaa irraa argatanitti gargaaramuun. ========================== over 15,000 people of Abaro village […]

‪#‎OromoProtests‬ – Gamtaan Awurooppaa (EU) koree qindeesaanii garaa Amboottii imalaa jiruu

FB: Naf-tanan Gaadullo ‪#‎OromoProtests‬ Haqaa Qabnaa Ni Monnaa! ============================== Dhamsaa Hatatamaa Wallif dabrsuun dirqamaa Share share! Qabsoon hadha’waa godhamaa jiruu ittii fuferraa Guyyaa har’aa Guraandhala 17/2/2016 Gamtaan Awurooppaa (EU) koree qindeesaanii garaa Amboottii imalaa jiruu. Oduun achii keessaa akkaa baheetii dursaa bulchaa bulchiinsaa Magaala Amboo fi Presidenttii Amboo university akkasumaas Abbottii Amaanttii achumaan akkaa Dubbisuu […]

Abbootiin Gadaa Uraagaa, Maattii fi Hookkuu gogeessa

All “Abba Gadaa”s from Uraagaa, Maattii and Hokkuu sections of Guji from Dhallana (Outgoing), Harmufa (Incoming) and Robale (the next) parties have convened on Me’e Boko to check that all officials are present and their readiness to begin “Gumi”. Today’s ceremony is called Qorbisa. ===== Guraandhala 15, 2016 Abbootiin Gadaa Uraagaa, Maattii fi Hookkuu gogeessa […]

#OromoProtests – Continues, February 17, 2016

‪#‎OromoProtests‬ Arsiin Lixaa Magaalan Dodolaa Gabrummaa Jala Baate Alaaba Ofii Dhabatte jirti;;;Magaalan Adabba Ka’a Gumaa Ilmaan Kessan 6 kaneen Ji’a tokko Durani Rasaasa Dinaan Dhumani bafadha Alaaba Kessan fannisa! Yeroo ammaa kofalee haga dodolaa karaan cufamee jira Qabeenyaa mootummaa waajjiraalee adda addaa gubanii jiru Seerofta qonna mootumma Gofooree lafa qonnaa saamanii ka hafe gubaniiru haalli […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions