Archive | February 18, 2016

Arsii Lixaa Keessatti Hiriirtotaa fi Humnoota Federaalaa Gidduutti Wal-dura Dhaabbannaa tu Jira, Jedhu – Jiraattonni. Kongiresiin Federaalawa Oromoos Tarkaanfiin Mootummaan Fudhatu Hammaate, jedha

WASHINGTON, DC  (VOA Afaan Oromoo) — Hidhaa ajjechaa fi dararaan Oromiyaa keessatti itti fufee jira, ala itti iyyannuus dhabne jechuun Paartiin Kongrasa Federaalawaa Oromoo iyyatee jira. Angawoonni Itiyoophiyaa sabaa himaa ofii irratti ba’uun gaaffiin uummataa sirriidha, rakkoo bulchiinsa gaariitu jira jechaa gama kaaniin immoo tarkaanfii Oromiyaa keessatti fudhatan hammeessan jedha paartiin kun.Gama kaaniin Magaala Amboo keessa […]

#OromoProtests – Massive resistance continued, Feb 18, 2016

‪#‎OromoProtests‬, (18.02.2016, ‪#‎QobbooRoadBlock‬, Oromia) This is massive resistance in Qobbo town, East Hararge. These protesters are jubilant after the effectively blocked the road to Gurawa preventing Agazi from passing through. ============= ‪#‎BilisummaaOromoo‬-(18.02.2016, ‪#‎DiddaaQobboo‬, Oromiyaa) Qeerroon Qobboo, Harargee Bahaa, (Oromiyaa bahaa) daandii cufuun Agaazii gara Gurawaa deemu akka danqamu godhan. Itti fufuunis, mallattoo diddaa isaanii agarsisuun […]

Ethiopia: Federal Police commander attempt suicide

‪#‎BilisummaaOromoo‬, (18.02.2016, ‪#‎YaaliofAjjeessuu‬, Oromiyaa) Namichi Yamaanee Maanjus jedhamu, kan poolisii Agaazii ajaju ofitti dhokaasee of ajjeesuuf yaalii godhe. Namichi bineensi kun qorannoo Wayyaaneen Qaallittiitti irratti gaggeessite baachuu dadhabee shuguxii ofitti dhukaase. Amma mana yaalaa jira; of wallaalee jira. Dhiigni ilmaan Oromoo dirreetti dhangalaáa jiru ganaa tokko tokkon isaan funaanaa!! =================== የፌደራል ፖሊስ አድማ በታኝ አዛዥ […]

Ethiopia: US made HMMWVs (Humvee) are used against unarmed Oromo Protesters

Konkolaataan waraanaa mul’atu kun ‘Humvee’ jedhama. Konkolaataa waraanaa biyya U.S.A keessatti Omishamu. Kubbaaniyaan isa omishu, ‘AM General’ jedhama. Gatiin isaa naannawa doolaara 300,000. Shororkeessitootaan akka loltuuf biyyi Ameerikaa gargaarsa Wayyaaneef kenniti. Amma duras Wayyaaneen bara 2005 hiriirtota ajjeesuuf yeroo dhimma itti baatee ummata fixaa turte, mootummaan Ameerikaa ragaa qabatamaan irra gahee konkolaataa waraanaa ‘Humvee’ jedhamu […]

#OromoProtests – February 18, 2016

Guraandhala 18/2016 Godinni Arsii Lixaatti Uummatni oromoo Baadiyaa, Magaalaa Qotee Bulaaa, daldalaa, Barattootaa fi Qeerroo dargaggoota Oromoo Tokkummaadhaan ka’uun Waajiraalee OPDO hunda barbadeessuun daandii konkolaataa kallattii hundaan cufuun Warraaqsaa FXG gaggeessuun Yeroo amma Arsiin Liixaa faajjii isaanii ol qabachuun Aanotni Akka WAABEE, EDDOO, KOFALEE, Bilisummaa ishee labsachaa jiraachuun Beekamee, Ummatni baadiyyaas akka jiruun gamtaan ka’ee […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions