Archive | February 19, 2016

Surviving family trauma in Ethiopia, Como Park student now thrives

MN (Twin Cities) — During his freshman year at Como Park High School in St. Paul, Hordofa Burka didn’t say much. He had just arrived from Ethiopia and didn’t understand English. Four years later, Burka is on the honor roll and has been selected as one of two Minnesota recipients of the prestigious Horatio Alger National […]

Ambootti Namnii Ajjeefame, Manni Hidhaa Gubate. Harargee Bahaa Gaara-Mul’ataatti Namoota Lama Tu Ajjeesame. Arsii Lixaatti Mormii Jabaa fi Naqamteetti Immoo Dhukaasa tu Jira, Jedhame

WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Arsii Lixaa, aanaa Shaashemannee keessatti har’a mormiin itti fufuu isaa dubbatu, jiraattonni aanichaa. Keessumaa, gandeen baadiyyaa aanichaa akka Tirufee, Shagullee, Boorataa fi Shashaa keessatti barattoonnii fi jiraattonni itti fufuudhaan, garii keessatti waajiraalee bulchiinsa gandaa gubuu fi mancaasuu isaanii dubbata. Bakka itti hiriira mormii dheengaddaa irratti humnoonni mooutmmaa namootatti dhukaasanii  yoo […]

#OromoProtests – Mass Protests, February 19, 2016

Arsii Dida’a Jiraa jiraa Gadii, Du’a Du’a olii yoo nun jedhan nutti xiqqaata. Arsii Lixaa Umannii Aanota sadihi walitti qabame Tokkummadhan ka’e wayyaanee ofirra Fonqolchuf Hayyichi Dubate Jarsi biyyaa dubbate Sagale tokkon wali Galaniii ABBAAN BOKKUU lolaa labsee jiraa. Nutii enyun Eyna? Akki biyyoma akki Arsoma walirratti laludha. Walirratti hin lallu wan qabdun ka’i gadii […]

Stranded – Ethiopia’s struggle to feed the needy

(Deutsche Welle) — As the food crisis worsens in Ethiopia, humanitarian agencies are ringing alarm bells that there is not enough funding and that food is running out fast – projecting worse to come. Meanwhile, authorities in this land-locked country find it hard to get what food there is to the needy. Humanitarian agencies and […]

Ethiopia: Unity in Opposition

by GRAHAM PEEBLES (Counter Punch) — Division and fear are the age-old tools of tyrants; unity and peaceful coordinated action the most powerful weapons against them. Frightened and downtrodden for so long, there are positive signs that the Ethiopian people are beginning to come together, – peacefully uniting in their anger at the ruling party: […]

Mootummaan Wayyaanee duula waliiglaa ummata Oromoo irratti labsite

‪#‎BilisummaaOromoo‬-(19.02.2016, ‪#‎DhaamsaQeerroo‬, Oromiyaa) Mootummaan Wayyaanee duula waliiglaa ummata Oromoo irratti labsuun ajjeechaan gara jabinaa guutame akka fudhatamu ajaja haaraa dabarse. Ajaja haaraa kana raawwachiisuuf humni addaa, waraannii fi humni tikaa Oromiyaa akak dhuunfatu ajajamee jira. Yeroo ammaa mootummaa naannoo Oromiyaa kan jedhamu hinjiru. Hojii bulchinsaa mara kan gaggeessan humnoota tikaa Wayyaanee, waraanaa fi hogganoota siyaasaa […]

WAREEGAMNI DHALOOTA HAR’AA,  KABAJAA QABAACHUU QABA !!!!

  SEENAA Y.G(2005) Dhalooti har’aa Seenaa haaraa galmeessee jira. Seenaan Gootoota keenya duraanii akka seenaatti nutti himamee bakka ol aanaa kennuufii irra taree, akka isaanii goota ta’uuf hawwaa fi ittiin dhaadachaa turre, dhaloota har’aan gootummaan isaanii hojiin mul’ataa jira. Gootoonni keenya kaleessaa Gootoota dhaloota har’aa kumaantamaan bakka buufatanii irriiba bara baraan dabraniiru. Har’a Taaddasaa , […]

Tracing the Source of Ethnic Clashes in Ethiopia’s Gambella Region

By Salem Solomon (VOA News) — Ethiopia is facing renewed ethnic conflict along its Western border. Since late January, what began as a dispute over land rights between the Nuer and Anyuak ethnic groups has spread, claiming dozens of lives. The clash is, in part, a result of the influx of thousands of ethnic Nuer […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions