Archive | February 24, 2016

5EA2CE1B-6C38-4FD9-917F-61497D16D7DF_w1000_r1_s

VOA on #OromoProtests today, Feb 24, 2016

Interview with Dr. Tsegaye Ararsa (Amharic) Afaan Oromoo Oolmaa Naannolee Oromiyaa Ka Godina Booranaa, Godina Harargee Lixaa fi Wallaggaa Lixaa Tuujubee Horaa, Soraa Halakee, Jaallannee Gammadaa 24.02.2016 22:31 WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Godina Booranaatti jiraattotii magaalaa Yaaballootii fi Bulee-Horaa hardha hiriira bahanii rakkoolee gara garaa himatan. Hiriira ummata magaalaatii fi barattootii Mana barumsa […]

civics

Civil society calls upon UN Human Rights Council to investigate government crackdown on Oromo protest

To Permanent Representatives of Members and Observer States of the UN Human Rights Council Geneva,  24  February 2016  RE: Addressing restrictions on freedom of assembly and civil society in Ethiopia Your Excellency, The undersigned civil society organizations (CSOs) write to express our serious concerns about the Ethiopian Government’s grave restrictions on fundamental human rights, exemplified […]

#OromoProtests – Mass Protests, February 24, 2016 (update 2)

SEENAA AJA’IBAA KANA MEE DUBBISAA!! Dargaggoo Mohammed Habiib Jedhama.Godina Addaa Oromiyaa Walloo magaalaa Baatee qrqara jiraata.Dargaggoon kun hojii humnaa fi qonnaan jiraata.Hojii humnaa Daandii konkolaataa, Tigirootni magaalicha keessatti kaampaanii isaaniitiin ijaaraa jiran keessas dabre dabree ni hojjata. Guyyaa kaleessaa Mohammed,biyyi nagaadha jedhee hiriyoota isaa Oromoota biroo waliin odoo mana bunaa Magaalaa Baatee tokko keessa taa’anii […]

Afaan Oromoo dhaa qilleensarraan dabarsuun – akkamitti jalqabee dagaage, eessa gahe, gram deemaa

T A Abdii tiin, Onkololeessa 7, 2015 (Barreeffamni kun yeroo duraatiif Oromiyaa Radio UK website’tti Inglishiin maxxanfame. Deebisaan afaan Oromo TA Youssoufi.) Yeroo ammaa karaan qilleensarraan afaan kun itti dabru, raadiyoo, intenet fi televizyoonii saatelaytii dhaa hedduun waan jiruuf, warri afaan kana dubbatu filmaata bal’aa dha qaban.  Filmaata ba’aa kanaan kan nu gaye, tattaaffii sabboontonni […]

ETHIOPIAN PM VOWS ‘DECISIVE ACTION’ AGAINST OROMIA SECESSIONISTS

(Nesweek) — Ethiopia’s prime minister has threatened to crush secessionist forces accused of stoking protests in the Oromia region, where security forces have reportedly killed hundreds of demonstrators. Protests began in Oromia—home to the Oromo ethnic group—in November 2015 over plans to expand the territory of the Ethiopian capital Addis Ababa. Oromo farmers raised concerns […]

Intifaadaa Oromoo/FXG

Kutaa Duraa Biiftuu Eegalaa irraa Intifaadaa – jechuun kiyyoo gabroomfataa cicciruun, harqoota gabrummaa of irraa kaasanii bulchiinsa mataa ofii dhaabbachuuf socho’uu jechuu dha. Intifaadaan diddaa ummatni gabroome gabroomfataa of irraa kaasuuf taasisuu dha. Intifaadaan deemsa yeroo dheeraa keessa qabsoo ummata Filisxeem kan PLOn hogganamu beeksisuu danda’e. Ummatni Filisxeem diddaa agarsiisuu kan jalqaban yeroo reef Ingiliziin […]

‪#‎OromoProtests‬ – Mass Protests, February 24, 2016 – This page is continuously updated

‪#‎oromo‬ protest Guyyaa har’aa 24/02/2016 magalaa qarsaatti baratoni manaa barumsaa qarsaa sadarka 2ffaa mormi gochaa jiruu yeroo kanatti barattoni humna Agazitin rebamaa kan jiraan yoo ta’uu barattonisi barnonii bilissuma booda jechuu dhan fooda manaa barumsaa cacabsaniruu hangaa ammatti magalaa kessaa namaa demee rebichii cimaan irratti rawatamaa jiraa qerron magalaa qarsaa fi nannawa ishee barattota kan […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions