Archive | February 25, 2016

‪#‎OromoProtests‬ – Partial list of Oromo killed by Wayane

‪#‎OromoProtests‬ Feb 25,2016 Oromoota 200++ kan qabsoo FXG kana irratti lubbuu isaanii wareegan. Maqaa isaanii. (Updated on Feb 25, 2016) #oromoprotests —————- 1. Gezahegn Oliqa……….Welega..Horoguduru 2. Gutu Abera Deresa…..W.Welega..Guliso 3. Karasa Chala……W.Welega..Guliso 4. Debala Tafa…….N. Shewa..Fiche..Qare 5. Dejene Serbesa…………..SW.Shewa…Tole 6. Mifta Juneydi………E.Hararghe..Badano..Furda 7. Murad Abdi……….E.Hararghe..Haromaya 8. Lucha Gamachu…………W. Walaga…Inango 9. Ayana Banti…………….W. Walaga…Inango 10. Tafari […]

Ethiopia accuses Eritrea of ‘kidnapping’ protests

(AFP) — Ethiopia accused arch-rival Eritrea on Thursday of being behind anti-government protests in the Oromia region last year which led to a violent clampdown by the government in Addis Ababa. The two countries fought a bloody conflict from 1998-2000, but tensions are never far from the surface and were fuelled by protests which erupted […]

#OromoProtests – Mass Protests, Feb 25, 2016 (Upadate 2)

‪BilisummaaOromoo- (25.02.2016, ‪#‎DiddaaOromoo‬, Oromiyaa) Maqaa jaarsummaatiin jaarsota Aanaa Gadab Asaasaatti gandoota baadiyaa adda addaa irraa kan walitti qaban walii galtee malee diddaa cimaa jaarsonni dhageesisaniin Guyyaa 16/06/2008 xumurame! Maqaa jaarsummaatiin ummata gowwoomsuuf kan achitti ergaman dhalatoota naannawwa sanii kan ta’an 1. Dawaanoo Kadir: Deetaa ministeera hajaa alaa kan turee fi yeroo ammaa Ambaasandara biyya Kuubaa […]

Somalia’s al-Shabab killed ‘180 Kenyan troops’ in el-Ade

(BBC) — At least 180 Kenyan troops were killed when al-Shabab attacked their base last month, Somalia’s president has said. Kenya’s army said the number was untrue, but again refused to give its own casualty figures for the assault in the southern Somali base of el-Ade. The Islamist militant group said it had killed about […]

Akeekachiisaa Ariifachiisaa Baratoota Yuunivarsitii Finfinnee, mooraa Kiloo Afuriif

[put_wpgm id=2] Akeekachiisaa Ariifachiisaa Baratoota Yuunivarsitii Finfinnee, mooraa Kiloo Afuriif. (Guduruu gaammee)tin ======================================= Share waliif godhaa waliif raabsaa Duguuggaan sanyii nuun ilmaan Oromoo irratti, mootummaa wayyaaneetiin, rawwachaa akka jiruu nuun hundi keenyaa kan beeknuu dha. Kanaaf hawwaasni keenyaa bakka jiruu sochii FXG akka geggeessaa jiraan ni beekna. Obboleewwaan qabsoo irratti of biraa dhabneef gadditti akka […]

TPLF deploys anti aircraft agains Oromo protesters

What a regime is that? It deploys anti aircraft against unarmed demonstrators in Oromia. It is time for the world condemn this jungle regime. It does not understand what peaceful demonstration is.  The regime is in fear of even leaves moving by wind. Anti aircraft for what? Or is that pens and papers turned out to be aircraft? Shame […]

Waamicha Qabsoo Ficila Xumura Gabrummaa Itti Taasifnu Uummata Oromoo Maraaf Ta’e

Akkuma beekamu FXG Oromiyaa keessatti Qeerroo fi Uummata Oromootiin gaggeeffamaa jiruun, qindeessitoota Warraaqsa Biyyoolessaa kan Bilisummaa fi Diimokiraasii (Qeerroo Bilisummaa) fi humna FXG kanaatin injifannoo guddaan argame galata hoggana abbaa qabsichaa dhaaba keenya ABOfis jechaa; Qeerroon Bilisummaa waamicha qabsoo kana dabarsa. Wayita ammaa kana FXG Oromiyaa keessatti finiinaa jiruun ilmaan Oromoo hedduun wareegama qaqqaalii lubbuu […]

Fear stalks Ethiopia’s Oromia region after brutal crackdown

Addis Ababa (AFP) – Fear is so pervasive in Ethiopia’s largest region Oromia, where the government is accused of killing scores in a crackdown, that people don’t even like to give their names. Oromia, which surrounds the capital Addis Ababa, is dotted with machine-gun mounted vehicles and Ethiopian soldiers who locals say have disrupted daily […]

#OromoProtests – Mass Protests, February 25, 2016 (Update 1)

‪Ummanni Godina Booranaa Magaalaa Hiddi Lolaa kunoo bifa kanaan mormii cimaa gochutti jira. Gurraandhala 25, 2016 ‪#‎OromoProtests‬ #‎oromoprotests‬, Feb 25,2016 godina H/bahaa Aanaa Baddannoo Araddaa Dheertuu Raamisitti mormiin bifa kanaan itti oole በኦሮሚያ ክልል የሕዝብ ተቃውሞ በርትቷል::የአባገዳ የሃገር ሽማግሌዎች ም/ቤት የወያኔን እኩይ ድርጊት አውግዘዋል:: ‪#‎Ethiopia‬ ‪#‎Oromoprotests‬ ‪#‎Abageda‬ ‪#‎MinilikSalsawi‬ ‪#‎Change‬ Minilik Salsawi (ምንሊክ ሳልሳዊ) አስቁሜዋለው የማያዳግም […]

buffalo

Saawwii dhaluuf dorrobde, kunuunsaa fi tika addaa barbaaddi: Haala qabsoo bilisummaa Oromiyaa yeroo ammaa fi wanneen ta’uu qaban

Leelloo Sabaa irraa Qabsoon bilisummaa Oromiyaa, Adda Bilisummaa Oromootiin(ABO) hoogganamu, sa’a irraa sa’atti, guyyaa irraa guyyaatti, ji’a irraa ji’atti, akkasumas, waggaa irraa waggaatti, gabbataa, cimaa fi babal’achaa deemee ummata Oromoo fi ummattoota cunqurfamoo Impaayera Ixoophiyaa qabsoof hiriirsee yeroo kamuu calaatti amma, finiinee shaffeessaan gara galma bilisummaatti fiigaa jira.Egereen, hawwiin, abdii fi akeeki ummata Oromoo fi […]

12745860_1966879410203809_2637605323044639781_n

Warraaqsi Bilisummaa Oromoo Finiinaa jiru Sochii Oromoo Jaarraa 16ffaa wajjin wal fakkaata

Tulluu Caalii Habashooti meeshaa waraanaa dhuka’u (qawwee) gargaarsaanis ta’e bittaadhaan ala irraa galfachuu kan eegalan sochii Oromoo dura yeroo lola Ahmed Giraanyi, walakkeessa jaarraa 16ffaa isa duraa keessa ture. Galaawudiyoos, gargaarsa meeshaa waraanaa dhuka’u, Maskeettoo 400 fi loltoota 400 biyya Portugaal irraa argachuu isaa seenaan ni yaadata. Giti bittoota Habashaa gaafas meeshaa lolaa qofa utuu […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions