Archive | February 28, 2016

የምእራብ ኣርሲውን የህዝብ ተቃውሞ ከተቀረው የኦሮምያ ኣካባቢ ለይቶ ለማሳየትና ለማስፈራራት የተፈለገው የገዛ የስርኣቱ ታጣቂ ኣካል ኣፈሙዙን ኣዙሮ የኣጋዚን ጥጋብ በማስተንፈሱ ብቻ ነው

ከ ቦሩ በራቃ ኣራተኛ ወሩን የያዘውን የሰፊውን የኦሮሞ ህዝብ ኣልገዛም ባይነት ንቅናቄ እንደለመደው ኣፍኖ ማስቀረት ያቃተው ህወሃት ወያኔ ለንቅናቄው የተለያዩ ስሞችን እየሰጠ ለማናናቅ የሚያደርገውን ጥረት ቀጥሏል። በተለይም ህዝባዊ ቁጣው በሃይል በገነፈለባቸው ኣካባቢዎች የተለመደው የስርኣቱ ያረጀና ያሰለቸ ዉንጀላ ተደጋግሞ ይታያል። ህዝብ ለሚጠይቃቸው ቀጥተኛ የፖለቲካና የኢኮኖሚ ጥያቄዎች ቀጥተኛ ምላሽ መስጠት የማይፈልገው ኣምባገነኑ ቡድን የህዝብን ጥያቄ የጥቂት ወገኖች […]

Yaa firaa mee waan kana ilaalaa tii akka ta’e godhaa

Tulluu Caalii YAADACHIISA: – Abbootiin qabeenyaa Oromoo gaaffii tokko malee (by default) deggertoota qabsoo bilisummaa fi dimokraasii saba Oromoo ti. Qabsoon bilisummaa Oromoos alagaa biyya Oromoo humnaan qabatee saamaa fi hacuucaa jiru irratti xiyyeeffata malee abbootii qabeenyaa Oromoo hin diineffatu. Dureeyyiin Oromoo alagaan biyya isaanii Oromiyaa humnaan qabatee lafaa fi lafee Oromoo qorqaa jiraachuun isaan […]

#OromoProtests – Mass Protests, February 28, 2016

‪#‎Oromoprotests‬ ‪#‎StopGenocide‬ ‪#‎WarraaqsiOromohaajiraatu‬‪#‎TPLFoutofOromia‬ Hardha warraaqsi roga Oromiyaa mara keessatti qabsiisame Jimmaa fi Agaaro, akkasumattis hanga Gommaatti Karaan ykn daandiin cufamuu isaa mirkanaawwe jira. Karaan kuni dabalata karaa Jimmaa fi Iluubaaboora wal quunnamsiisuus waan ta’eef Jimmaa fi Iluubaaboora gidduus cufamee jira. Karaan kan cufame toftaa hedduutti dhimma bahuu fi konkoolaataa gurguddaanis dabalata ta’uu isaa jiraattootni naannoo […]

Waamicha Hatattamaa Hawaasa Oromoo Biyya Alaa fi Oromiyaa Keessa Jiraataniif

Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa YEROO AMMAA KANA WAYYAANEE TPLF UUMMATA OROMOO IRRATTI  WARAANA BANEE JIRA, KANAAF:- Waanjoo Gabrummaa Waggaa 130 ol Uummanni Oromoo baate haalaan uulfaataa ta’aa dhufuu irraa yeroo ammaa kanatti cunqursaa hadhaawaa if-irraa darbuuf sabni Oromoo alaa keessaa wal gurmeessuun mootummaa abbaa irree Wayyaanee dura dhaabbachuun mirga abbaa biyyummaa fi eenyummaa falmachaa jira. […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions