Archive | February 29, 2016

[must watch ] Ethiopia #OromoProtests Bilisummaan Qawween dhuftii Jedhan!

Bilisummaan Qawween dhuftii Jedhan! Vidiyoon kun bara 1995moota keessatti waraabame. Kan itti waraabames biyya Somaaliyaa magaala Moqdishoo natti fakkaata. Vidiyoo kana keessatti Goota Oromoo kanneen akka Waaqoo Guutuu fi Adam Jiloo keessattii argama. Yaada jeneraal Waaqo Guutuu bara sana ummata Oromoo dabarse ilaala! Wantii isaan bara sana dubbatan ammas bara kanattii raawwatama jira. Nutii Oromootni […]

Ibsa Walgahii Gumii Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo

Gumiin Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo haala Dhaaba ABO fi waliigala Qabsoo Bilisummaa Oromoo yeroo ammaa irratti kan xiyyeeffate walgahii hatattamaa Gurraandhala 27, 2016 gaggeeffatee milkiidhaan xumuratee jira. Walgahii kana irrattis dhimmotni fardiin adda addaa dhihaatanii irratti mari’atamuudhaan tarkaanfiileen fudhatamuu qabanis qajeelfamanii jiru. Akka kanaanis: Haala Ummata Oromoo kan yeroo ammaa ilaalchisee Itti-fufa Qabsoo Diddaa Gabrummaa […]

“URGOOYTE HABAABOON…”

Saphaloo Kadiir Urgooyte habaaboon ililliin bilisummaa, Urgooytuu mi’eessituun mi’aa dammaa, Urgaa foolii isii funyaan koo irra na ba’ee, Halluu isii magariisaafi diimaan walaq ja’ee, Isa durii dur qalbii too keessa daddeebi’u Waaniin ijoollummaa kootti seenaa dhaga’u, Qabatamaan arke qeeyroo kanniisaatu ba’ee, Damma tolchuuf hunduu gaaguraa gad yaa’ee, ‘Siph’ na goote urgaan foolii isiitiin dhaga’ee, Xiixee […]

#OromoProtests – Mass Protests, February 29, 2016

‪#‎OromoProtests‬ Guyyaa har’aa Gurraandhala 29,2016 Godina Harargee Lixaa Aanaa Daroo Labuutif Yero amma Waranni Agaazii konkolaataan baay’een humna agaziitin weerarmate jirti tanafu iff egannoo cimma akka gootan #OromoProtests Guyyaa har’aa Gurraandhala 29/2016 fincilli xumura gabrummaa jabaatee itti fufaa jira goodina booranaa magaalaa meeggaatti qeeyroon booranaa dhaadannoo warraaqsaatiin lafa sossoosaa jiran.. Breaking: Agazi’s are firing at […]

#OromoProtests – Speech at Australian Federal Parliament

‪#‎OromoProtests‬- (29.02.2016, ‪#‎MilitaryWithdrawing‬, Oromia) The Ethiopian regime is withdrawing the army from Somalia and redploying internally. This picture was taken 30 minutes ago in Dagahabur, Somali region. The photographer witnessed tens of trucks passing through. Some of the soldiers disembarked to buy cigaret and confirmed to him that they are returning from Somalia and heading […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions