Archive | April 4, 2016

Motuma Mahadi Sheika of Oromia wins Miss East Africa Beauty Pageant

Injifannoo dhaloota qubee ====================== Baga gammaddan Akkuma beekamu torbee darbe waldorgommii sirbaan toora interneetin dirree tube qopheesserratti gumaacha qeerroon taasiseen weellisaan keenya Hacaaluun hundeessaa sirba isaa maalan jira jedhuun injifannoo argatee nu boonsise. Kunoo ammas waldorgommii miidhaginaa Netherland tti gaggeeffame irratti Oromiyaa bakka buutee kan dorgomte sabboontittiin. Motuma Mahdi Shekaa hirmaannaa sagalee kennuu isin toora […]

#OromoProtests Daily, April 4, 2016

‪#‎OromoProtests‬ Godina Jimmaa Aanaa Limmuu Saqqaa ============================== Keessatti Fxg Itti Fufe Jira. Gandoota Kanneen Akka ‪#‎Komakube‬,fi ‪#‎Saachani‬ Akkasumas ‪#‎Hallookalaala‬ Jedhamanu Keessatti Qeerroon Hiriira Nagaa Bahun Dhadanno Dhageessisu Fi Sirbaaf Dhiichisan Gabrofataa Morkaa Jiru Sad News: Over 100 people including 8 members of the same family are feared dead in Jigjiga, Somali region due a heavy […]

Uumaa, amala fi akeeka isaa irraa, Mootummaan Ixoophiyaa fi dhaabi ergamtuu isaa OPDO’n, ummata Oromoof bulchiinsa gaarii argamsiisuu tasuma hin danda’an:

 Killeen bofaa lukkuu ni dhalaa? Leelloo Sabaa irraa Akka Mootummoota Tokkoomaniitti (UN), ulaagaalee bulchiinsa gaarii keessaa kan hangafaa, mootummaan biyya tokkoo, waliigaltee (consensus based) ykn fedha ummata biyya saniitiin ijaaramuu isaa ti. Bulchiinsi gaariin, motummaa gaarii irraa kan maddu oggaa ta’u, mootummaa gaarii kan jedhamu ammoo, mootummaa:  fedha ummataa, fedha ummataan,  fedha ummataaf ijaaramee dha. […]

VOA Spending American Tax Dollars in Fomenting Unrest in Ethiopia (Fetsum Berhane)

Note: The TPLF and its cadres are showing intolerance to any media. They want self-imposed censorship of the free world media including VOA. (Awramba Times) — The past two months were high time for Anti-Ethiopian groups. The El Nino drought and the unrest in Oromia state were a rare opportunity for diaspora based groups that always wished and tried […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions