Archive | April 13, 2016

Gabaasa hiriira kan baqataan Oromoo magalaa masrii jiraatu balbala UNHCR duratti bahe

Akkamu beekkamu komunitiin lameen Oromo kan masrii keessatti argamtu guyyaa 27/3/2016 irraa eegalee hiriira balbala UNHCR duratti bahuun niyaadatama Torbaan lamaa ol Oromoonni magaalaa masrii keessa baqatummaan jiraatu bifa tokkummaattiin osoo qorraa fi oowa hinjanne halkaniif guyyaa ala galanii Addunyaan akka sagalee isaanii fi miidhama isaanii dhagayaniif falmachaa turuun niyaadatama, haata’umalee deebisaan teenya dhibbaa fi […]

Ethiopia to criminalise mass email, spamming

Labelled ‘Computer Crime Proclamation’, the draft law was presented to the Ethiopian Parliament on Wednesday. In Summary It is not yet clear if the new law targets people who share pictures exposing the misdeeds of law enforcement agencies. The 53 pages of the new law didn’t mention how it may impact government’s ongoing effort to […]

Human Rights in Ethiopia – An Update

Date:  Tuesday, April 19, 2016 – 11:00am Location:  2255 Rayburn House Office Building Announcement Please join the Tom Lantos Human Rights Commission for a briefing on the current human rights situation in Ethiopia. Home to the Oromo, Ethiopia’s largest ethnic group, the region of Oromia was witness to mostly peaceful student protests in November of […]

Guyyaa Gootota Oromoo kan Bara 2016 Ilalachisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo

Guyyaan Gootota (Wareegamtoota) Oromoo Ebla 15, 1980 irraa eegalee waggaa waggaan kabajamaa fi yaadatamaa yoona gahe. Gootota gaafa alagaan biyya Oromoo cabsuuf itti duule diina biyya ofii irraa ittisuuf jecha diddaa gabrummaa irratti wareegaman dabalatee qabsaawoti bilisummaa Oromoo bifa adda addaan hanga har’aatti wareegama baasan hunda guyyaa kana yaadatna. Kana waliin, guyyaan wareegamtoota Oromoo, guyyaa […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions