Archive | April 15, 2016

Ajaja Tika Wayyaaneen Labsi “Caffeen” DhDUO Baasu Kamuu Ummata Oromoo Bakka Bu’uu hin danda’u

(Ibsa ABO Irraa Kenname) Manni Marii “DhDUO” “Caffee Oromiyaa” jedhamu Labsii Magaalota Oromiyaa daddabaa Mudde bara 2015 darbe baase Walgahii Idilee turban dabre taa’ee jedhameen keessa deebi’ee ilaalee qabxiiwwan garii qajeelchee garii immoo haqe jechuun beeksisee jira. Haa ta’u malee dhaabi damee tikaa Wayyaanee Oromiyaa irratti diriifame kun dhimma Oromoo fi Oromiyaa irratti seera tumuufis […]

Ethiopia government under fire for slow response to hunger

 Ethiopia government under fire for slow response to worst drought in 50 years (CBC) Just over 430,000 children are believed to be suffering from acute malnutrition in Ethiopia. Many children suffer from symptoms of diarrhea and fever as famine and a drought grip the country’s eastern rim. Drought conditions have forced about 10 million people […]

Guyyaa Goototaa, Ebla 15, 2016

‪#‎OromoProtests‬ Ebla 15,2016 Guyyaa Gootota Oromoo wal qabsiisuudhaan har’a Ebla 15,2016 FXG Oromiyaa manneen barnootaa garagaraatti itti fufee oole. Godina Shaggar Kibba lixaa aanaa Wancii magaala Wancittii dhaadannowwan – Kaayyoo wareegamtootaaf dhaabbanne dhaamsa isaanii galmaan geenya – Barnooti Bilisummaa Booda! – Bilisummaan hamam mirkanaa’utti barataan mana barumsaa akka hin galle – Hojjetaan mootummaa hojii haa […]

Har’a Ebla 15 Qeerroon Yuniversitii Wallaggaa Guyyaa Gootota Oromoo Kabajachuun Ibsa Ejjennoo Baafatan.

Har’a Ebla 15 Nuti Qeerroon Bilisummaa Wallagga Bahaa Guyyaa Gootota Oromoo Kabajannee Olleerra Jedhu Qeerroon. Yaadannoo wareegamtoota goototni oromoo shinniigaatti kafalan. Wareegama Qellem wallaggaa Gidaamiitti Summii diinni qopheesse nyaatanii lubbuun darban. Wareegama uummata Oromoo keessatti immoo qeerroo fi qarreen baratoota oromoo bara 2014 ji’a eebilaa fi 2016 ji’a sadaasaa haga eebila 15tti kafalaa turaniidha. Lammiilee […]

Ethiopia: U.S. Rights Report Barely Scratched Recent Oromo Protest

Report’s minimal attention on massive rights abuses and killings during the Oromo Protests angered activists (All Africa) — The State Department’s Bureau of Democracy, Human Rights and Labor released the latest country report including for Ethiopia on April 13, 2016. Much to its usual details, the Ethiopia report identified harassment and intimidation against opposition members […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions