Archive | April 26, 2016

#OromoProtest Daily, April 26, 2016

Sad News Jaal Margaa Dabaloo to’annaa Wayyaanee jalatti kufuun dhaga’ame! Obbo Margaa Dabaloo Godina Wallaggaa Bahaa Aanota Giddaa waliigala (Giddaa Ayyaanaa,Kiiramuu,Eebantuuu,Galiilaa fi Haroo Limmuu) gidduu socho’uun waggoota 18ttan darban oliif mootummaa Wayyaanee wajjin wal’aansoo jabaa geggeessaa kan ture biyya keessaa harka wayyaaneetiin to’atamuun dhaga’ame Obbo Margaa Dabaloon ilma isaanii ilaalcha sabboonummaa keessatti Guddisan dargaggoo Darajjee […]

Ilhan Omar denounces crimes against humanity being committed in Ethiopia

State Representative 60-B FOR IMMEDIATE RELEASE Contact: Jean Heyer (612) 701-3874 / heyerjeanmarie@gmail.com Web: www.ilhanomar.com April 25, 2016 – Ilhan Omar strongly condemns the brutal crackdown on innocent unarmed peaceful protestors during the previous and current Oromo Protests. “I stand with the Oromo struggle for freedom, justice and democracy in Ethiopia,” said Omar. “I urge the United […]

Baqqalaa Garbaa: Dawaa Liqimsitan Malee Mana Dukkanaa Keessa Kaa’amtu Nuun Jedhan

WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Hoogganootaa fi miseensota Koongiresa Federaalawa Oromoo mormii Oromiyaa keessatti ka’een wal-qabatee mana hidhaa turanii fi Jimaata dabre kana mana-murtiitti dhiheeffamanii shororkeessummaan 22 keessaa, hoogganoonni dhaabichaa afur achii-buuteen isaanii dhabame, jechuun maatiin isaanii kaleessa iyyatan – Obbo Beqqelee Garbaa faa har’a mana-murtiitti dhihaatanii jiru. Jimaata darbee kaasee gara mana hidhaa […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions