Archive | April 30, 2016

Oromo Voice Radio, April 30 and Simbertuu

Oromo Voice Radio, April 30, 2016 Oduu fi Qophii Kaayyoo Simbirtuu, Ebla 28, 2016 Simbirtuu: Oduu , qophii ADDAA fi IMALAA. Waa’ee Oromoota galaana Meditraaniyaa keessatti dhumaniifi FXG irratti keessummootni 5 waan beekan waa jedhaniiru.

SBO, Caamsaa 1, 2016: WBOn Loltoota Diinaa 87 ajjeese 37 madoo taasise

(oromia press) — Irree fi Gaachanni Ummata Oromoo Waraanni Bilisummaa Oromoo Godina Kibba-Bahaa Tarkaanfii Waraana Wayyaanee Irratti Fudhateen Loltoota Diinaa 87 ol Hojiin Ala Taasisee, Meeshaalee Waraanaa Adda Addaa hedduu Booji’uudhaan Injifannoo Cululuqaa Galmeesse. Gootichi Humna Addaa WBO Godina Kibba-Bahaa, Oromiyaa Godina Baalee Ona Eelkarree bakkoota adda addaatti haleellaa Bitootessa 24 fi 28 bara 2016 […]

Kenya: Artist Dirribee Gadaa’s performance at UNHCR #‎ArtistsForRefugees Initiative

April 25, 2016 Dirribee Gadaa, one of our own gifted artists (in maroon) was recently selected to participate in the ongoing ‪#‎ArtistsForRefugees‬ — A UNHCR Initiative which enables talented refugee artists drawn from various countries to showcase their talent while at the same time sharpening their artistic skills. A big shoutout to Diribe for her […]

Seenaa Goota kana beektu lataa? Seenaa Gabaabaa Gooticha Oromoo Abdataa Olaansaa Iddeessaa

Abdataa Olaansaa Abbaa isaa obboo Olaansaa Iddeessaa fi Haadha isaa Aaddee Fedhashii_Hirkoo irraa Aanaa Amboo ganda qonnaan bulaa xulee bakka addaa hindhee jedhamuun Beekamutti Ilmaan Torban Kuttaayyee kèessaa balbala hangaafa ta’e warra Galaan irraa 1989 A.I.A ttti dhalate. Abdataan Gaafa dhalatee of beeku wanti inni dhagahe Ulfa inni ittiin lubbuu isaa wareege, garaa, sammuu fi […]

Kaadhimamtoonni Prezidaantummaa Ameerikaa Itti-aanuuf Dorgomaa Jiran Waa’ee Afrikaa Maal Jedhu?

WASHINGTON, DC  (VOA Afaan Oromoo) — Paartii Ripublikaanii irraa ka dorgomaa jiran – Donaald Traamp, filannoo kaadhimummaa ka Praaymarii jedhamu, kaleessa kutaalee shan keessatti geggeessame guutummaatti injifachuun, deggersa bakka-bu’oota isaanii 172-maa dhuunfachuun gara Paartii Ripublikaaniin kaadhimamuutti dhihaataa jiru. Amma, akka kaadhimamaa prezidaantummaa paartii Ripublikaaniitti akka of ilaalan ka dubbatan – Donaald Traamp, “Teed Kiruuz fi Joon […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions