Archive | May 3, 2016

4 የህወሃት ብሄራዊ መረጃ ከፍተኛ ሚስጥራዊ አባላት ተገደሉ

Freedom4Ethiopia.com | May 3, 2016 የብሔራዊ መረጃ የቅድመ ዝግጅት ማሰራጫና ማከናወኛን ክፍል መሰረት ባደረገ መልኩ ለመረጃ ክፍሉ ሐገር ለሐገር እየተዟዟሩ ሲሰልሉና ወሬ ሲያቀብሉ እንዲሁም ያለአግባብ ወገኖቻችንን ሲያሳስሩና ሲያስገድሉ የነበሩ አራት ቁልፍ የህወሃት ደህንነት አባላቶች መገደላቸዉን ታማኝ የመረጃ ምንጮቻችን አረጋግጠዋል። ተጠሪነታቸዉ ለመረጃዉ ክፍል ዳይሬክተር ብቻ እና በከፍተኛ ሚስጥር ከሌሎች አባላት እንኳ በተሰወረ መልኩ የሚንቀሳቀሱ ብዛት ያላቸዉ […]

Dhaabota Qabsoo Bilisummaa Oromoo Jedduutti Araara Bu’e Ilaalchisee

Dhaabota Qabsoo Bilisummaa Oromoo Jedduutti Araara Bu’e Ilaalchisee  Ibsa Gabaabaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo  irraa Kenname!! Caamsaa 02/2016, Finfinnee Mariin Araara buuse, Ararri Wal Hubachiisee Tokkummaa Hawwamuun Gaha. Nuti Qeerroon Bilisummaa Oromoo walitti dhufeenyaa fi araaramuu dhaabota qabsoo bilisummaa  Oromoo (ABO, KWO, ADO, ABO tokkoomee) Yeroo dhageenyu bilisummaa Ummata Oromoo fi walabummaa Oromiyaa dhiyeessuun Umurii gabroomfataa gabaabsee,  Injifannoo maayyiin nu gahuutu  nutti dhagaa’ame. Tokkummaan Uummata Oromoo […]

Gada theory and practices

By Geremew Nigatu Kassa, M.A/Phil. in Gada institution, political process and system of conflict resolution. Oslo, Norway. Part one:   This paper was presented at Oromo Study Association (OSA) annual conference at the University of Minnesota, USA, on 14th-15th July 2012 as a contribution to the effort to understand our own culture, norms and tradition. […]

Ibsa Ejennoo Dhaabota Bilisummaa Oromoo.

Nuyi Jaarmayootni qabsoo bilisummaa ummata Oromoo fi walabummaa Oromiyaa afur haala warraaqsaa Oromiyaa walgahee bulchiinsa yakkamaa Adda Bilisummaa Ummata Tigray (EPRDF/TPLF) rooraase, cimsuu fi, hegeree qabsoo bilisummaa, mirga hiree-murannaa Oromiyaa fi hariiroo ummatoota naannoof addunyaa waliinii irratt, hojiif dirqama keenya wal-hubannoodhaan akkaataa itti fiixa baafnu marii xumurachuu keenya ibsna. Warraaqsi Oromiyaatti ji’oota shanii- ol adeemaa […]

World Press Freedom Day: Beware of dictatorial viruses

Let us develop the press sectors of our countries to protect us from the dangers of contamination from whatever source. May 3, 2016 (Aljazeera) — One of the most stunning developments of the “internet age” is that nations’ may share more quickly the richness of their poets, artists, musicians and journalists – almost in a […]

SBO, Caamsaa 4, 2016

Oduu, Barruu haala yeroo irratti hundaa’e, gaaffii fi deebii artisti Naafsifaay Addunyaa waliin, akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

HRLHA press release

Ethiopia: Endless Injustices against Oromo Nation in the Name of Law Enforcement

HRLHA Press  Release May 3, 2016 The Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) strongly condemns the TPLF/EPRDF Government’s endless manipulations of the justice system to its own political ends, which was once again manifested in the fully fabricated allegations and charges filed against 22 (twenty-two) Oromo nationals. It surprised no one that […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions