Archive | May 10, 2016

At Least 41 People Killed in South Ethiopian Landslides

Moscow (Sputnik news)At least 41 people have been killed in landslides in the Ethiopian Southern Nations, Nationalities, and Peoples’ Region, head of the local police department said. “Rescue efforts are underway in collaboration with security workers to save people missing in the landslide,” Alemayehu Mamo told the local Fana Broadcasting Corporate on Tuesday. Mamo noted that the rescue operation had […]

Olola ABO Irratti Oofamu Duuba Maaltu Jira?

Dhugaabaas Dhugumaa irraa (Kijibni, wallaalaa afaanfaajjeysa malee, Dhugaa ta’ee hin beeku!) Dhugaabaas Dhugumaa, Caamsa, bara 2016 Barattootni Oromoo Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti shorri isaan xaphatan guddaa dha. Barattootni Oromoo erga Mootummaan Wayyaaneen(ABUT) hogganamtu aangoo siyaasaa Impayeera Ityophiya of harkatti galfate irraa eegalee miidhaa ummata Oromoo irraan gahu dura dhaabbachaa bar kurnan lamaan darban falammii hadhawaa […]

Who understands the minority dictatorship sitting as the government in Ethiopia?

Daraartuu Mootii irraa The Ethiopian regime is the cause for starving its own people to death. By using inhuman land policies against the people of that country in general and Oromo people in particular. They confiscated land from the indigenous people. People have been uprooted from their fertile ancestral land, where they used to farm […]

#OromoProtests, May 10, 2016

‪#‎OromoProtests‬ “Arra Hawaasni Magaalaa Dadar [Harargee Bahaa] yeroo gootonni keenya kanneen mooraa waraanaa turan dhufanii magaalaa seenan hawaasni mrti ililbee fi gammachuun qeebalanii jiran. Birmannaa basaasaa kanaan kan nahe mootummaa wayyaanee Agaaziin marsee hawaasa eegaa ture.” Mormii yeroo 5ffaa oromiyaa keessati egalame guyyaa har’aa Iluu Abbaaboor magaalaa Baddallee keessatti giodhame. Barattoonni manneen barnootaa garagaraa irraa […]

Pulse: Oromo protests

Berlin (DW) — The Oromo people in Ethiopia have long complained of being marginalized. Addis Ababa expansion plans which sparked fresh protests have been scrapped but the conflict continues to simmer, as DW’s Merga Yonas explains.

SBO Caamsaa 11, 2016

SBO Caamsaa 11,2016. Oduu, Gabaasa FXG, Art. Gaaddisee Shamsaddiin waliin gaaffii fi deebii taasisamee fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

Finciila Xumura Garbummaa Galmaan Gahuuf

Qerroon haala qatamaa yaroo irrattti hundeefamee   dammaqinsaa guddaan,  siyaasaa bishaataa fi oggumaa hiriyyaan hin qabneen Finilicila Diddaa Garbummaaa hoogganuudhaan qabsoo bilisummaa Saba Oromoof injifannoo  boonsaa gulantaa duraa galmeessee jira.   Injifannoon kun seenaa qabsoo bilisummaa keessatti olaanaa qabaatee bara baraan kan yaadatmu akka tahe mamiin hin jiru. Qabsoon Fincila Diddaa Garbummaa yaroo gabaaba kana keessatti  injifannoo […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions