Archive | May 13, 2016

How could Ethiopia became “War on Terror” partner of the United States with lies like this?

FB: Birhanemeskel Abebe Segni Yesterday, May 12, 2016, the Ethiopian Broadcasting Corporation(EBC), the State owned national television, reported the seizure of weapons cache from Eritrean government sponsored terrorist groups it claimed ” sneaked into the country through Moyale, Kenya”. Unfortunately, the pictures of weapons shown on EBC, Ethiopia’s government-owned national television, are weapons seized by […]

What’s Behind Kenya’s Plan To Close Down The World’s Biggest Refugee Camp

Jina Moore | BuzzFeed News World Correspondent Kenya says the camps are a security threat, but the move comes at a time when refugees are big business. Nairobi, Kenya, May 13 (BuzzFeed News) — Kenya recently announced it will close the world’s biggest refugee camp. It’s a move it’s threatened before, but this year, it […]

#OromoProtests, May 13, 2016

Galgala kana magaalaa Adama Qerroo barattoota Reftvalley fi Naafyadiin FDG marsaa jahaffa dhoohee jira. Dhiigan dhuftaa dhiigaan dhuftaa sii barbaanna yaa bilisummaa jechaa Dhichisaa jiran Qonnaan bultoota naannoo Buraayyuu, ganda Malkaa Gafarsaa irraa humnaan buqqifamannii laftti isaannii nama Tigree tokkoof kennamu irraa diddaa agarsiisan namootni gara 15ti lakkaawwaman irraa hidhamamuun mirkanaawwe jira. Haali akkanaa kun […]

Rakkoo Mooraa Keessaa Qabnu Yeroodhaan Furachuu Nu feesisa

Gidduu kana baay’een keenya diina mataa irra nu jiru dagannee walii keenyatti dhagaa darbuudhaan qabamnee akka jirru hin haalamu. Kunis lafumaa ka’ee miti. Nu keessaa namni hoggana qabsoo biyya keessaa fakkaataa ergama diinaa nurratti raaw’ataa ture tokko saaxilamuu isaan wal qabatee ti. Gurmuun siyaasa Oromoo tokko gurbaa faltii diinaa baadhatee deemu san irra baala buusuuf […]

Qeerroon Bilisummaa Oromoo Agartuu Ija Uummata Oromoo ti !

Torbaan darban  lamaan kana keessa  agartuu ija uummata Oromoo kan tahe Qeerroo Oromoo irratti duulli madaala hin qabne adda danuun banamee jira.  Kan baayyee nama gadisiisu  warra Kanaan dura ifaa fi harka lafa jalaan Qeerroo Bilisummaa  Oromoo nutu ijaaree of harkaa qaba jedhan burqa olola kana tahanii argamuu dha.  Dhuma bara 2015 yaroo ejjaannan Qeerroo […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions