Archive | May 17, 2016

#OromoProtests breaking news Asabot west hararagee protests erupted last night

Caamsaa 17, 2016 ‪#‎oromoprotests‬ Daandin guddichi magaala Najjoo irraa gara Beneshangul fudhatu Qeerroodhaan cufame. Wallagga lixaatti eda halkan caamsaa 8/2016 Qeerroo aanichaan daandii guddaan gara naannoo Beneshangul geessu cufamee jiraachuu har’a Qeeroon gabaasee jira. Daandiin cufame turtii guyyaa tokkoo booda humna waraana wayyaaneetiin akka banamu tahe. Akkasuma godina wallagga bahaa magaala Naqamteettii Alaabaan keenya (ABO) […]

Mormii Uummataa Yeroo Dheeraatii Booda Oromiyaan Amma Maal Keessa Jirti

Jaallannee Gammadaa WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Baatii Sadaasaa dabre, mormiin Oromiyaa keessatti geggeeffame irratti, jaarmayaaleen mirga dhala-namaa akka jedhanitti, kanneen irra-jireessi isaanii dargaggoota ta’an – namoota dhibba lamaa ol tu humnoota naga-eegumsaatiin ajjeesame. Qabsaa’onni siyaasaa Oromiyaa keessaa garuu, lakkoobsi gara dhibba afurii akka ta’utti dubbatu. Baatii Guraandhala dabree keessa, mootummaan ibsa kenneen poolisoonni […]

Ethiopia’s government lies over lies: Is there a time to stop it?

Ethiopia’s government mouth piece Ethiopian Broadcasting Corporation (EBC) continues lying to its own people. Shakhtyor Stadium under construction, Donetsk, Russia, 2008 የሕወሓት አገዛዝ አይን ያወጣ ውሸት ቀጥሏል:: ‪#‎Ethiopia‬ ‪#‎EPRDFHOAX‬ ‪#‎EthiopianDJ‬ ‪#‎MinilikSalsawi‬ ‪#‎Wellega‬ Minilik Salsawi – Ethiopian DJ የወያኔ ሚዲያዎች ከደህንነት ቢሮ የሚተላለፍላቸው የሃሰት ምስል እና ዜና እየጨረ መሆኑ ታወቀ::በሩሲያ በ2008 የተገነባ ስታዲየም Shakhtyor Stadium under […]

The Oromo Liberation Front, Free Oromia, and The power of an Idea

By Teferi Fufa When the Oromo Liberation Front announced its national liberation struggle about forty years ago, it was just a liberation movement whose political program was the total liberation of Oromia through armed struggle. The power behind the idea was thought to be the liberation army. The goal was an independent republic of Oromia. […]

Beekumsa “Booruu Barraaqaa” fi “Fixeensa” Ganamaa!!!!!!

Hundee Lammii irraa Mata duree barruu tiyyaa isiniif yaa ibsu. “Booruu Barraaqaa” kan wallaalu jira natti hin fakkaatu. Booruun, Naannoo bara 2002 qabsootti kan dabalameedha. Leenjii argatee SBO keessatti yeroo dheeraaf kan hojjate, cimiina isaa ilaalanii hogganummaaf kan kaadhidhameedha. Ciminni isaa silaa Hoggana keessaa Hoggana itti aanuuf kan isa qopheessuu malee, kan sadarkaa har’aan isa […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions