Archive | May 20, 2016

Proposed Ethiopia Law Worries Bloggers, Activists

By Marthe van der Wolf ADDIS ABABA (VOA News) — For years, the Ethiopian government has been accused of using its anti-terrorism law to crack down on internal political dissent. Now, bloggers and political activists worry freedom of expression could be limited even further by a proposed new law.Critics of the new legislation, called the Computer […]

Obbo Fiqaaduu Tasammaa: Mootummaan Badii Ofii Amanus Hidhamtoonni Marti Ni Hiikamu Jechuu Miti

WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Itti gaafatamaan dhimmootii Komunikeeshinii mootmmaa naannoo Oromoyaa Obbo Faqaadu Tasammaa Raadiyoo sagalee Amerikaaf akka ibsantti Mootummaan Federaalaas ta’e kan Oromiyaa Mormiin gaggeeffame bulchiinsa gaarii dhaba irraa madde jedhee amanuus deemsa ture kessaatti kanneen yakka adda addaa rawwataniin to’annaa jala jiran walaba ba’u jechuu miti jedhan. Kanneen to’annaa jala turanii […]

#OromoProtests, May 20, 2016

‪#‎oromoprotests‬ Caamsaa 20,2016) Finfinnee, Godina Addaa Oromiyaa fi kutaa magaalota Finfinnee hedduutti waraanni komaandoo marsee jira. Caamsaa 18/2016 kutaa magaalaa Boolee bakka duuba buufata xayyaaraa ykn ammoo Boolee Bulbulas jedhame kan waamamu aana 12 mannen seeran ala ijaaraman jettee wayyanen diiguuf karoorsite manneen 1000 ol kan tahan jiraattootni manichaa 1200 ol tahan diigamuu manneen jireenyaa […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions