Archive | May 23, 2016

amnesty_usa

Heading the Wrong Way: The Ever Closing Political Space in Ethiopia

By Adotei Akwei, Managing Director for Government Relations and Kayla Chen, Government Relations and Individuals at Risk Intern at Amnesty International USA (Amnesty International USA) — Sub-Saharan Africa is facing a growing trend of evaporating political space. Non-governmental organizations are being heavily and often violently restricted, and newspapers, bloggers and other voices of dissent or criticism […]

#OromoProtests, May 23, 2016

#‎Oromoprotests‬ Guyyaa arraa Caamsa 23/2016 harargee baha Naannawwa Direedha, bakka Wahil ja’amtuu keessaatti walgahi barsiisootatii turee barsiisoonni yeroo opdon bu’aa waggaa 20 isaani haasawu egalan itti iyyuu egalani san booda poolisiin federal itti uummaata reebuuf yaalu egalanni yeroo san barsiisoonni dhisani ya’aan laaftii walgahi jira ja’ani nama geessaan Diree dhawa irraa km 28 fagatii wahil […]

Akka Diinaatti Nu Reebanii Mana Nu Irratti Diigan: Jiraattota Boolee Bulbulaa

FINFINNEE (VOA Afaan Oromoo) — Magaalaa Finfinnee aanaa Bolee bulbulaa ganda 12 bakka warra Ganuu jedhamu keessaa manneen seeraan ala jedhaman kan diigaman ta’uu jiraattonni dubbataniiru. Walitti bu’iinsa humnootii naga eegumsaa waliin ta’eenis namoota irra miidhaan ga’uu ibsaniiru. Mootummaan dhimma kana ilaalchisee ibsa kenne hin qabu. Text: kanneen sodaa nageenyaaf jecha maqaan isaanii akka hin tuqamne […]

Caamsaan 28 Guyyaa Ummatoota Biratti Gaddaan Yaadatamuu dha

(Ijoo Dubbii ABO) Mootummaan Wayyaanee Caamsaa 28, guyyaa humnaan aangootti ol bahe waggaa 25ffaa ayyaaneffatuuf jedha. Guyyaa kana mootummaan kun ayyaana biyyoolessaa taasisuudhaan ummatoota hundaan akka kabajamuuf tattaafatullee, ummatootni guyyaa kana guyyaa mirgi isaanii caalaatti itti ukkaamfamee fi sirni isaan hin feene humnaan irratti diriirfame waan taheef gaddaan malee gammachuun yaadatanii hin beekan. Ummatootni guyyaa […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions