Archive | May 25, 2016

Aayyoo FOOLII GORBAA (1915-2016) Waggaa 101tti boqotan

#Oromedia-(24.05.2016, #Finfinnee, Oromia) Aayyoo FOOLII GORBAA (1915-2016) waggaa 101tti, Caamsaa 23 bara 2016 boqotan. Harmeen goota Oromoo Kolonel Hayluu Raggaasaa, Aayyoo Fooliin, nama bara jireenya isaanii keessatti sababa Oromoo ta’aniif miidhaan irra gahaa turee dha. Kanaan dura gaaffii fi deebii isaaniif godhame irratti akka ibsanitti qabsoo ilmi isaanii Jeneraal Taaddasaa Birruu waliin ta’anii godhaa turan […]

Mootummaan Siidaa Maatiin Ilma Isaaniif Dhaaban Diigaanii Ofii Siidaa Biroo Dhaaban: Jiraattota Shaakkisoo

WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Godina Gujii aanaa shaakkisoo keessatti baatii darbe hiriira geggeessameen booda dargaggoon tokko ajjeefamuu isaa qophii keenya kana duraa irratti gabaasnee turre. Dargaggoo Badhaadhaa Galchuu jedhama. Maatiin isaa Siidaa yaadannoo isaan dhaabaniif diigamuu isaa beeksisan. Siidaa sana irratti rasaasa humnooti mootummaan ajjeefame barreeffama jedhutu irra ture. Torban darbe siidaan isaan dhaaban […]

#OromoProtests, May 25, 2016

#‎GGWO‬ Caamsaa 25,2016) Sa’ud Arabiyaatti Hawaasni Oromoo fi Miseensotni ABO Magaalaa Jiizaanii fi Naannawa Ishee jiratan GGWO fi Walii galtee Jarmayoolii Oromoo Gidduutti irra gahame Sababeefachuun walitti dhufanii walgahii godhatan. Sirni yaadannoo GGWO kun eebbaan kan baname oggaa ta’u, dungoon qabsiisamee yaadannoon sammuus gootota Oromoof taasifameera. Miseensootaa fi hawaasni magaalaa Jiizaan sirna kana irratti argaman […]

NAAF MOO? NUUF HIN GALIIN?

Suutumaa Raagaatiin Waan kooraa fuudhaniif fardi hin wallaalu. Wanti na dhibe nu hunda dhibee jira yoo ta’eef jedheen gaaffii tana mata duree godhachuuf dirqame. Haala FXG Oromiyaa guutuu keessatti dhohee belbelaa turee fi jiru dhaamsuuf, olola ilmaan Oromoo muraasaan yeroo ammaa irratti baname gurri na caqasuu dadhabee, garaan na hammaatee gaaffii kana kaase. Diinni Oromoo […]

Beeksisa Badhaasa Qubee

(Rabador Art Promotion) — Badhaasni Qubee kan bara 2016 adeemsifamuf sadarkaa xumuraa irra gahee jira. Koreen namoota 5 qabu gama qindeesummaa Rabador Art Piroomoshiniin hundaa’era. Haaluma Kannan Gosni badhaasa ammaaf bara 2016 keessa kennaman 8 tahuu fi namoota dhunfaa 28 tahan badhaasuuf murta’eera. Koreen ogeeyyii kallattiin isaan ilaalatu 4 tahaniis hundawaniiru Filmii Barreessaa filmii Cimaa […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions