Archive | May 31, 2016

#OromoProtests, May 31, 2016

‪‪#‎oromoprotests‬ Yroo ammaa kana Harargee Bahaa Aanaa Qarsaa Magaalaa Laangey keessatti mormiin ummataa geggeeffamaa jira. Mormiin kun kan eegale loltuun Wayyaanee tokko gurbaa Nadhii Yunus jedhamu lafumaa ka’;ee rasaasaan dhayee madessuu iusaatin. Ummanni dirmachuu dhufee yeroo ammaa dhaadannoofi dhiichisaan mootummaa balaaleffachaa jira. Jirattonni akka himanni ummanni baadiyyaa bya’inaan gara magaalaa seenaa akka jiruufi loltoonnis dhukaasa […]

Kanneen harka isaanii dhiiga ummattoota cunqurfamoon dhiqatan, hagamuu yoo ture, yakka dalaganiif itti gaafatamu: Oduu yakkamtooti Mootuommaa Ixoophiyaa dhagahuu hin barbaanne

Manni murtii addaa kan Tokkumaa Afriikaa biyya Seneegaal keessatti, prezedaantii biyya Chaad kan duraanii Hiseen Habree hidhaa umurii guutuu, kaleessaa gaafa 30/05/2015 itti murteesseera. Bara 1982 irraa hanga bara 1990tti, yeroo  prezedaantii Chaad turetti, nammi kan aangoo cimaa kan  qabu  fi guddoo  sodaatamaa ture . Bulchiinsi isaa, humna poolisaa hamaa kan ummata nagaa: ajjeessaa, guraaraa […]

Languages most spoken in Africa; home to the most diverse languages in the world

(CCTV) — Africa leads the world when it comes to linguistic diversity; over 1500 different languages are spoken in the continent. Leading National languages or rather official languages include Arabic, French and English. The Arabic language has over 100 million speakers in Africa with a more than half of the number being found in Egypt […]

Peoples’ Alliance for Freedom and Democracy (PAFD) Categorically Condemns the Past and Ongoing Massacre of Unarmed Civilians by TPLF/EPRDF’s Ethiopian Government

Press Release on the occasion of 14th Commemorative anniversary of Sidama Loqqee Massacre and the Massacre of the other civilians. May 30, 2016, London The repeated massacres and genocides of past 25 years that the TPLF’s barbaric regime has committed on unarmed civilians of all regions-and the ongoing indiscriminate massacres it is committing now are […]

The Sidama Nation Globally Marks the 14th Commemorative Anniversary of Sidama Loqqee Massacre

May 30, 2016, London Conference Press Release by Sidama National Liberation Front (SNLF) About six dozen confirmed and several dozen unconfirmed Sidama civilians have been indiscriminately gunned down in broad day lights by Ethiopian armed forces on May 24, 2002 in Sidama land whilst peacefully protesting government’s continued denial of constitutionally guaranteed rights to regional […]

Magaazinni Kuufama Meeshaa Wayyaanotaa Goorootti Argamu Guutummatti Barbadaaye

Gabaasa Qeerroo Finfinnee, Caamsaa 31, 2016 Ummanni onneen isaa gabrummaan madaaye mirga isaa falmachuu fi qabeenya ofiif qabsaawuun gonkumaa hin dhaabbatu. Haala kanaan guyyaa Wayyaanonni ayyaana Gimbot 20 jechuun magaalaa Finfinee keessatti qophiitti jiran irratti humni hin beekamiin tokko qabeenya Investera Tigray kan ta’e magaazina kuufama meeshaa Wayyaanootaa guddaa naannoo Finfinnee lafa Gooroo jedhamutti kan […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions