Archive | May, 2016

#OromoProtest, May 28, 2016

‪#‎Ginboot20‬ Caamsaa 28,2016) Godina wallagga lixaa fi wallagga bahaatti ayyaanni Ginboot 20 wayyaanee Qeerroodhaan feshelaa’uun Qeerroon ganama kana gabaasee jira. Odeessa Qeerroo godinoota kanneen lamaan irraa nu qaqqabeen akka ibsutti har’a ganamaan humnaa fi dirqamaan uummata dirqisiisuudhaan ayyaana irratti hirmaachisuuf yaalii gooteen Qeerroon godinaalee kanneenitti keessattuu aanotaa fi magaalota garagaraatti FXG fi dhaadannoodhaan irra aanuun […]

#OromoProtests, May 27, 2016 (updated)

‪#‎OromoProtests‬ TPLF is organizing forced support rallies some some regional states for its Gimbot20. I dare it to try organizing open air demonstration any where in Oromia. ================== Wayyaaneen naannolee tokko tokko keessatti hiriira deegrsa Gimbot 20 qindeessitee jirti. Oromiyaa keessatti bakka tokkotti hiriira banaa akkasii yoo qindeessan nutti himaa. Ummatuma isiin dirqisiiftee baaftu san […]

#OromoProtests, May 26, 2016

#‎OromoProtests‬ “Aanaa Tokkee Kutaaye Magaalaa Gudaritti Guyyaa Haar’aa (18/09/2008) Ayyaana Caamsaa 20 Kabajuuf DA Fi Hojjatoota Waajjiraa Walgahi Atatamaa Jedhanii Waamnaan Waan Didaniif Guyyaa Boruutti (jimaata.) Sobanii Leenjii Qonnaa Qabna Jechuun Durgoo Olmaa Qarshi 93_96 Tti Kanfalanii Caamsaa 20 Ittin Kabajanii Midiyaa Irra Olchuuf Qophii Waan Xumuraniif Karaake Dursee Hoji Irra Haa Olu. Walitti Qabaan […]

Two refugee boats capsize in 24 hours off Libya coast

(Aljazeera) — At least five die as Italian navy rescues 562 people, taking the total transferred to the country this year to 40,000. Two boats carrying hundreds of passengers have capsized in a 24-hour period in the Mediterranean Sea between Libya and Italy, possibly leaving dozens of refugees dead, according to the United Nations refugee […]

UAE Govt Releases List Of Nigerian Politicians Who Have Properties In Dubai (See Full List)

Nigeria (Olofofo Village) — President Muhammadu Buhari’s agreement with the United Arab Emirates to help recover stolen money may have yielded quick results as the UAE government has released names of Nigerian politicians who have properties in the oil rich country. According to Sahara Reporters, some notable Nigerians who served under Goodluck Jonathan had several […]

Barumsi Caaluu Muxxannoo irraa Argama:

Damee Boruu irraa Torban darban lamaan dura olola Qeerroo Bilisummaa Oromoo irratti baname dhaamsuuf qaamne Qeerroo Bilisummaa Oromoo ibsa bifa adda addaan kennuun ni yaadata. Ibsa kenname kana keessa tokko miseensi  QBO akkaataa qeerroon itti ijaarame, miseensa  koree jiddhuu meeqa akka qabaachaa ture, meeqa akka hidhamanii fi meeqaa akka  jiran ibsuudhaan ibda isanitti qabate akka dhaamu […]

Aayyoo FOOLII GORBAA (1915-2016) Waggaa 101tti boqotan

#Oromedia-(24.05.2016, #Finfinnee, Oromia) Aayyoo FOOLII GORBAA (1915-2016) waggaa 101tti, Caamsaa 23 bara 2016 boqotan. Harmeen goota Oromoo Kolonel Hayluu Raggaasaa, Aayyoo Fooliin, nama bara jireenya isaanii keessatti sababa Oromoo ta’aniif miidhaan irra gahaa turee dha. Kanaan dura gaaffii fi deebii isaaniif godhame irratti akka ibsanitti qabsoo ilmi isaanii Jeneraal Taaddasaa Birruu waliin ta’anii godhaa turan […]

Mootummaan Siidaa Maatiin Ilma Isaaniif Dhaaban Diigaanii Ofii Siidaa Biroo Dhaaban: Jiraattota Shaakkisoo

WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Godina Gujii aanaa shaakkisoo keessatti baatii darbe hiriira geggeessameen booda dargaggoon tokko ajjeefamuu isaa qophii keenya kana duraa irratti gabaasnee turre. Dargaggoo Badhaadhaa Galchuu jedhama. Maatiin isaa Siidaa yaadannoo isaan dhaabaniif diigamuu isaa beeksisan. Siidaa sana irratti rasaasa humnooti mootummaan ajjeefame barreeffama jedhutu irra ture. Torban darbe siidaan isaan dhaaban […]

#OromoProtests, May 25, 2016

#‎GGWO‬ Caamsaa 25,2016) Sa’ud Arabiyaatti Hawaasni Oromoo fi Miseensotni ABO Magaalaa Jiizaanii fi Naannawa Ishee jiratan GGWO fi Walii galtee Jarmayoolii Oromoo Gidduutti irra gahame Sababeefachuun walitti dhufanii walgahii godhatan. Sirni yaadannoo GGWO kun eebbaan kan baname oggaa ta’u, dungoon qabsiisamee yaadannoon sammuus gootota Oromoof taasifameera. Miseensootaa fi hawaasni magaalaa Jiizaan sirna kana irratti argaman […]

NAAF MOO? NUUF HIN GALIIN?

Suutumaa Raagaatiin Waan kooraa fuudhaniif fardi hin wallaalu. Wanti na dhibe nu hunda dhibee jira yoo ta’eef jedheen gaaffii tana mata duree godhachuuf dirqame. Haala FXG Oromiyaa guutuu keessatti dhohee belbelaa turee fi jiru dhaamsuuf, olola ilmaan Oromoo muraasaan yeroo ammaa irratti baname gurri na caqasuu dadhabee, garaan na hammaatee gaaffii kana kaase. Diinni Oromoo […]

Beeksisa Badhaasa Qubee

(Rabador Art Promotion) — Badhaasni Qubee kan bara 2016 adeemsifamuf sadarkaa xumuraa irra gahee jira. Koreen namoota 5 qabu gama qindeesummaa Rabador Art Piroomoshiniin hundaa’era. Haaluma Kannan Gosni badhaasa ammaaf bara 2016 keessa kennaman 8 tahuu fi namoota dhunfaa 28 tahan badhaasuuf murta’eera. Koreen ogeeyyii kallattiin isaan ilaalatu 4 tahaniis hundawaniiru Filmii Barreessaa filmii Cimaa […]

Urgent call to all Oromo people and international community: Health care is the fundamental human rights and not a tool of war

By Baaroo Keno Deressa, Dr. Concerning this issue my letter to United nations and European commission will be published soon. Ayder Referral University Hospital in Mekelle has become the only Government Hospital in Ethiopia to perform the first PCI (Percutaneous coronary Intervention). The colonialist with gun: enjoying with highest standard of health care http://www.bilisummaa.com haasaya-fiqaaduu-tasammaa-walgahii-kaabinee-oromiyaa-irratti-godhe. May […]

Magaalaalee Kombolchaa fi Haroo keessatti Rebichaa fi Ajjechaan Itti Fufe Jedhu Barattoonni

Jaallannee Gammadaa WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Guduruu magaalaa Kombolchaa keessatti torban darbe barataa Qormaata Modeelii fudhachuuf moraa mana barumsaa seene tokko qabamuun kan ka’e reebichaa fi dararaan hammaataa jira jedhu barattonni. Sana booda immoo Ibsaan magaalaa Kombolchaa keessaa dhabamuu isaatiin reebichi daran hammaatuu dubbatu. Barattonnii fi jiraattonni akka haamaatti […]

#OromoProtests, May 24, 2016

‪#‎Oromedia‬, (24.05.2016, ‪#‎OromoFreedom‬, Oromia) Oduu Hoo’aa: Humni Addaa VIP-kan waajjira pirezideentii Oromiyaa eegan, baayyinni isaanii 40 tahan Komishiniin Poolisii Oromiyaa irraa gara Ambootti deemaa jiru. Poolisooti yeroo amma akana, waaree kana booda, gara Ambootti ergaman kun sochii Giincitti ka’eef sodaa keessa seenanii jiru. Kana malees, haalli naannoo Amboo jiru sodaa guddaa keessa waan isaan galcheef […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions