Archive | June 1, 2016

Qabsoo Biyya Biraa irraa Uummatni  Keenya  Maal Barata?

Gabrumaa jalatti kufuun Oromiyaa biyya lafaa irraatti isa duraas miti; isa dhumaas tahuu hin danda’u. Daandiin qabsoo bilisummaa hadhaa’a fi jajjalataa wareegama amma kana jedhamee himamuu hin dandeenye akka gaafatu beekamaa dha. Qabsoon godhamu bara dheeraa fi umurii dhaloota heddduu fudhachuus ni danda’a. Walii gala garuu dhalootni har’aa dhaloota kaleessaa irraa baratee of qaree gara […]

Xiinxalaa: Otuu Uummatni Oromoo Gaaffii Mirga Isaaf Ajjeesamaa Jiruu EHADEG Ayyaana 25ffaa Kabajuun Qaanii Dha

WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Paartiin biyya bulchu IHADEG ganna 25esso mootummaa Dargii itti kuffisee fi aangoo itti qabate ayyaaneffataa jira.Hujii guurdoo gama diangdee,mirga dhala-namaa,siyaasaa fi ka biroo adda addaa itti milkaqa’e jedhu illee dubbachuutti jira – Moaotummaan IHADEG. Dhimma kana irratti kan haasofsiisne, hayyuun seenaa fi xiinxalaan siyaasaa – Dr. Iziqeel Gabbisaa garuu, mootummaan […]

#OromoProtests, June 1, 2016

Waxabajjii 01/2016 Warraaqsaa Biyyoolessa Oromiyaa FXG marsaa 5ffaa Caamsaa 30/2016 Godina Kaaba Shaggar Saalaalee Aanaa Kuyyuu Magaalaa Gabra Gurraachaatti gaggeeffamee irratti Tarkaanfii Diinummaa Waraanni Agaazii fudhateen Sabboonaan Oromoo Obboo ‪#‎Toleeraa_Ijaaraa‬ Wareegamuun guyyaa har’aa Uummatni Oromoo kumootaan lakka’aman dhaadannoo fi dheekkamsaa guddaa dhageesisuun sirni awaalcha isaa rawwate. Guyyaa dheengaddaa Salaalee gabra Gurraachaatti Warraaqsii jabaan qabsiifamee gaggeeffamaa […]

“Somalis, Ethiopians, Sudanese … all became the ransom fodder”

France (Telerama) — A year and a half after its release, “Voyage in Barbary,” has lost none of its strength and relevance. On the contrary. The torture camps that the film highlighted were scattered and the European policy on migration does not help. Combative interview with one of the directors, Cécile Allegra. In these times […]

6d4691ab-44a4-40cc-9dc8-70c4f21287d2

OPINION- QUESTIONS ON THE MORALITY AND (IM?)MORALITY OF LEAKING A NATIONAL EXAM

Alemayehu Tesfa   (Addis Standard) — First, there was the #OromoProtest. It began (for the convenience of this short reflection, which intends to ask more questions than answers) in early November 2015 in Ginchi town, about 80km west of the capital Addis Abeba. It quickly spread like a bush fire throughout the Oromia regional state, […]

Ethiopia’s Anti-terrorism Law: Security or Silencing Dissent?

(VOA) — A prominent Ethiopian political opposition member sits in prison on charges of terrorism. He faces a long sentence and possibly the death penalty if convicted. But the tool he is accused of using to commit the crime wasn’t a gun or a bomb, and he isn’t connected to any kind of religious extremism. […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions