Archive | June 6, 2016

Jawaar Mohammed: Mootummaan Gaaffii Dhiheessineef Deebii Gahaa Kennuu Yoo Dide Tarikaanfii Itti-aanee Fudhannuun Kasaaraa Isa Mudatuuf Itti Gaatamaan Isuma

WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Qormaatni biyyoolessaa Itiyoophiyaa hatamuu isaatii fi qormaatawwan barnoota lamaa fi baasiileen isaanii miidiyaalee hawaasummaan facaasamuu isaa irraa kan ka’e haqamuu isaa fi yeroon qoramaataa haaraan, akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti Waxabajjii 27 haga 30tti akka kennamju beellamni biraan kennamuu, Ministarri barnootaa Itiyoophiyaa ibsa kenneen beeksisee jira. Qormaatni sun akka baasamee facaasamu ka […]

Tarkaanfii Humnaa Mootummaan Oromiyaa Keessatti Fudhateef Kan Gaafatame hin Jiru: Gamtaa Medirek

WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Gamtaan mormitootaa Medrek xumura torban darbee kan geggeessee fi bulchiinsa isaa kan itti filate gumiin walii galaa sochii Oromiyaa booda isa jalqabaa ture. Gumiin walii galaa 12ffaan kun haala biyyattii keessaa fi sochii dhaabichaa ilaalchisee marii bal’aa kan geggeesse ta’uu ibsi ejjennoo dhuma irratti ba’e beeksisee jira. Qabxii ka’an keessaa […]

Ethiopia: 70 Killed in Clashes Between Liyuu Police and armed tribe in Gashaamo

Jigjiga, Ogaden —At least 70 people were reportedly killed after clashes between an armed tribe ( Habar Yonis) and the Ethiopian security forces erupted in Jama Dubbad, about 40 kilometers South-Eastern of the district town of Gashamo, in the Province of Degahbur, according to residents. “The Ethiopian government-backed paramilitary force better known as Special (Liyuu) Police […]

Mahaammad Alii adda kan taasisu, kabajaa spoortiin argate, meeshaa qabsoo taasisuu isaa ti: Atileetoti Oromoo hoo?

Leelloo Sabaa irraa Mahaammad Alii, leencichi booksii addunyaa, waggaa 74faatti, dhukkubaan guyyaa gaafa 4/06/2016 du’aan boqote. Mahaammad Alii, gurraacha Afriikaa ta’ee, biyya Ameerikaa, kan  gurraachi Afriikaa keessatti  tuffatamuu fi namaa gaditti ilaalamu keessatti  dhalatee  waan guddateef, carraan itti dandeettii  ofii guddifatan haalaan xiqqaa  ture. Haa ta’u malee, daangaa sanyummaa sirni Ameeriikaa, gurraacha Ameerikaa fi faranjii […]

African Union troops in Somalia arrested for selling military supplies

(BBC) — Five soldiers with the African Union mission in Somalia (Amisom) and 10 Somalis have been arrested for selling military equipment, police say. They were found with improvised detonators, fuel, sandbags and empty ammunition boxes. Amisom confirmed the arrests saying it would not accept “unprofessional conduct among its personnel”. The mission is fighting alongside […]

Number of migrant bodies found on Libyan coast rises to 133 — Red Crescent

TRIPOLI (The Jordan Times) — The bodies of 133 migrants have washed up on the shore at the western Libyan city of Zuwara in recent days, the Red Crescent said on Sunday. Spokesman Al Khamis Al Bosaifi said about three-quarters of the migrants were women and there were at least five children. No documents were […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions