Archive | June 11, 2016

#OromoProtests, June 11, 2016

Loltoota Itoophiyaa kaleessa Soomaliyaa keessatti ajjeefaman keessa tokko Lutanant Kolonel Qaasim Kadir Kaachisa yoo jedhamu dhaloonni isaa Godina Arsi, Aanaa Martii, Ganda Kabiiroo irrayi. Loltoonni afur biiro aanuma Maritif ollaa sanii aanaa Gunaa irraa du’uu isaanii taaziyaan galtee jirti. Rabbii jedhaa gaafni ilmaan Oromoo dantaa diinaatiif qawwee baadhatanii biyya amabaatti lubbuun qisaasaman raaw’achuu qaba. ‪ […]

13221116_1722626127984386_3367532248328275702_n

Rights Commission Declares Measures Against Protesters in Oromia “Proportional”, Admits Excessive Force Used Against Qimant People

Kalkidan Yibeltal (Addis Standard) — The Ethiopian Human Rights Commission, (EHRC), a government body which was investigating killings, maiming, arrests and forced disappearances of protesters in Oromia regional state following a five month region wide civil resistance, declared that security measures taken against protesters were “proportional.” Contrary to its report on Oromia, however, the commission […]

Oromo Voice Radio (OVR) June 11, 2016

Afar region Special Police attacked Oromo farmers in Wallo, Bate district in area known as Laga Mioytu killing 4 civilians. From the Afar side, two people including commander of the special police have been killed as well. ========= Wallo Aanaa Baatee naannoo Laga Miooytuu jedhamutti humni addaa naannoo Afaar qonnaan bultoota Oromoo rukutuudhaan namoota afur […]

 For the triumph of their struggle over its unjust decision of 1950, United Nation has never forgiven the Eritrean people: The policy of arrogance and domination

By Leelloo Sabaa On June 8, 2016, we have heard the United Nation’s human right commission report recommending to United Nation’s Security Council to take Eritrean leaders to International Crime Court for crime against humanity. A lot of excitement we see from   Ethiopian government and all Ethiopian opposition political parties is understandable. Notwithstanding the double […]

Jechi ‘Mootummaa’ jedhu eenyummaa keenya ni ibsaa?

Boruu Barraaqaatiin Jecha ‘mootummaa’ jedhu yeroo duraaf Afaan Oromoo keessatti eenyu hojii irra akka oolche hin beeku. Garuu jechi kun hiikkata (term) afaan ollaa irraa gara keenyatti suduudaan akka hiikame ifaa dha. Innis odoo gahaatti hin qoratamin har’a babal’atee arrabnis kan nu barate taheera. Fakkeenya kaafnee haa laallu. Afaan Habashootaa (Geiz fi kan isa irraa […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions