Archive | June 15, 2016

#OromoProtests, June 15, 2016

Bara 2015 kesa waliisaa kenya jaalatama fii kabajamaan nuhoo goobanaa haala kanan dhukubsate mana yaalaa ciise ture yaroo san kesati namni isa cinaa nuuf dhaabate haadha Caayaa oromoo galani ishii bilisumaf walabumaa ha tahuu ishinis enyu yo jetaan haadha Gadise Shemsedin jechudha galani ishii anafii hawasaa oromoo hunda biraa ni bada nati hin fakaatu gonkuma […]

OLF_flag

Ofiif Malee Ormaaf Loluun Haa Gahu!

(Ijoo Dubbii ABO) (ABO) — Qabsoon walabummaa biyyaa fi bilisummaa ummatootaa argamsiisuuf mootummoota Itiophiyaa sirna loogummaa fi jibbiinsaa tarkaanfachiisan irratti adeemsifamu dhalootaa dhalootatti dabraa har’a gahe. Gaaffileen bara dheeraaf ummatootaan kaafaman, gaaffiin mirga dimokraasii, walabummaa fi bilisummaa har’ayyuu deebii hin argatne. Qabsoon ummatootaa baroota dheeraa kun jijjiirraa hundee argamsiisuu hanqatuu irraas, warreen aangootti dhufan ummatoota […]

KAROORA DHOKATAA ICCITII WAYYAANEE 

FB: Ferhan Abdulselam Wayyaaneen maqaa ittisa biyyaa jedhuun, baajata Waraanaaf birrii bilyoona 15 baafti kan ifatti beekamu. Kan lafa jalaan dhoksaan kennamu yoo xiqqaate harka dachaa birrii bilyoona 7 olitti shallagama. Baajatni kun dhibbeentaan/harki 80 Tigraay keessatti basii ta’a. Kunis, wantootni waraanaaf barbaachisan warshaalee uffataa, qorichaa, … meeshaalee biroo dabalatee Tigraayitti waan oomishamuufi. Sababa kanaaf, […]

Made in Africa: Will Ethiopia’s Push for Industrialization Pay Off?

By Jonathan W. Rosen ALEM GENA, Ethiopia (WPR – World Politics Review)—As she shuffles about the factory floor, watching over the machines that weave spools of thread into fabric, Asrat Yimam personifies the future of the Ethiopian workforce. A 27-year-old mother of one from the nearby capital, Addis Ababa, Yimam has spent the past six […]

RSWO – Waxabajji 12, 2016

New Oromo Music Temam Tekalign & Muluna Mena 2016 – ILUU ABBAABOR Falmata Rorroroo (Oromo Music) **Hiriraa Nagayaa**

Designed and Developed by NextGen IT Solutions