Archive | June 21, 2016

Ethiopian public debt stood at 55 % of the GDP

(Captial Ethiopia) — According to a Ministry of Finance and Economic Cooperation (MoFEC) Public Sector Debt Statistical Bulletin published in March 2016, Ethiopia’s total outstanding debt of as of December 31, 2015 is USD 36.36 billion. Public debt, both external and internal stood at 54.6 percent of the GDP. The federal government’s budget for debt […]

Thousands of Diaspora Eritreans Rally Against COI Report in Geneva

By Daniel Berhane, (Tesfa News) — Thousands of Eritreans from across Europe flocked to Geneva to protest against the recent manoeuvre by the Commission of Inquiry (COI) on Human Rights in Eritrea, which is making a false politically motivated accusations and request the referral of Eritrea to the International Criminal Court (ICC). Since early morning […]

Calanqoo Keessatti Poolisiin Lubbuu Galaafate: Jiraattotaa fi MaatiiPoolsiin Garuu Himannaa Dhiyaate Haale

WASHINGTON, DC  (VOA Afaan Oromoo) — Godina Harargee bahaa aanaa Meettaa Magaalaa Calanqoo keessatti kaleessa walitti bu’iinsa garee namootaa gidduutti ka’ee jedhameen namni tokko ajjeefamuu jiraattonni magaalattii fi poolisiin magaalaa Calanqoo nuuf ibsanii jiran. Intalli durbaa umuriin 18 dubree Sabriinaa Abdallaa jedhamrtu rasaasa poolisiin beekaa itti dhukaasuun ajjeefamuu jiraattonni fi haati Sabiriinaa dubbataniiru. Sirni awwaalcha Sabriinaa […]

SBO, June 22, 2016; Refugee Day

(SBO/VOL – Waxabajjii 21,2016) Waxabajjii 20-21/2016 Godina Bahaa Oromiyaa Harargee Bahaa fi Dhihaa Aanota Garaagaraa Keessatti Warraaqsii Biyyoolessaa Oromiyaa FXGn Daran jabaachuun itti Fufe, Waraani Agaazii Wayyaanee, Liyuu Hayilii fi Koraa Bittinneessaa jedhamanis Yakka Duguuginsa Sanyii Ilman Oromoo Irratti gaggeessa jiru. Godinoota Harargee Bahaa aanota akka Dadar Magaalaa Qobboo, Gursuum, Magaalaa Calanqoo, Godina Harargee Lixaa […]

#OromoProtests, June 21, 2016

Waamicha warraaqsa bilisummaa qeerroo Walloo kamiseef Ummanni walloo Kamisee jaarraa tokkoo ol gabrummaa jalatti kufee hanga har’aatti turus eenyummaa isaanii osoo hin dagatin ammas falmachaa jiru. Qeerron walloo Kamisee yeroo ammaa mormii hadhaawaa gochuuf tokkummaan kaanee falmachuun bilisummaa barbaannu gonfachuu qabna. Kunoo amma hidhannee kaanee jirra. Eenyummaa keenya hin irraanfanne, gabrummaan hin bullu jechuun qabsoo […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions