Archive | June 22, 2016

OMN: Oduu waxabajjii 23, 2016

Magaalaan Roobee Magaalaa Saffisaan guddachaa jiran keessaa ishee tokko; Magaalaa Haalli taa’umsa isii fi qilleensi isii haalan mijaawaa garuu mottummaan hattun lafaa fi qabeenya ummata samuu isaa akkuma itti fufetti jira. warroonni achitti dhalatanii fi achitti guddatan kan naanawaa sanii dhufan irra fayyadamoo hin taanee. kuni kan tahu dandaheef sababa motummaa hattuu saniif ilaan teenya […]

#OromoProtests, June 22, 2016 (updated)

Jiraattonni Magaalaa Buraayyuu bishaan dhugaatii dhabanii rakkataa jiru. OMN:Oduu Waxb. 22,2016 Godina addaa Oromiyaa naannawa Finfinnee bulchiinsa magaalaa Burraayyutti bishaan dhugaatii dhabuun jiraattonni rakkataa jiran. Namoonni hedduun waajjira bishaan magaalaa Burraayyutti hiriira bahuunis himame. Bishaan oomishamee gabaa irra ooluu fi akkasumas kan magaalaa Finfinneetiif raabsamu magaalaa Burraayyuu nannawa Gafarsaa keessaa akka maddu beekkamaadha. Haata’u malee […]

Barattoonni magaalaa Mandii hiriira farra mootummaa geggeessan jedhu jiraattonni Poolisiin immoo himannaa sana ni haale

Tuujubee Hora WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Godina Wallaggaa dhiyaa aanaa Manasibuu mgaalaan Mandii bakka hiriirri mormii Oromiyaa keessaa itti geggeessamaa ture keessaa tokko. Magaalattii keessatti barattoonni mana brnootaa kutaa 9ffaa fi 10ffaa mormii dhageessisuu dhaan kanneen hidhaman haa hiikaman garbrummaan nu ga’a jechaa dhaadannoo fi sirbaan komii isaanii ibsaa ka jiran ta’uu jiraattonni magaalattii […]

Somalia: Ethiopian authorities detain Journalists and take TV station off air

(Radio Dalsan) — Ethiopian authorities have detained five Journalists on Monday. The Journalists were invited to false press conference in Wajale town in Ethiopia situated on the border of Somaliland and Ethiopia and later arrested and taken to the capital of Somali regional state in Ethiopia Jijjiga. Four of the Journalists were later released but […]

Aljazeera Stream: Felix Horne, HRW, and President Jimmy Carter speak on Oromo Protests

Pirazidantiin Ameerikaa duraanii Jimmy Carter ajjeechaa humnaa Oromiyaa keessatti raaw’ate irratti Aljazeera waliin haasaye. Former US president Jimmy Carter Speaks to AJStream about violent state response to protests. He and Felix Horne of Human Rights Watch discuss TPLF’s violent action against ‪#‎OromoProtests‬. Felix Horne explained clearly what going on in Ethiopia.

Humsn Rights Plantations Investigation Human Rights Oromo Protesters - security forces

UN Human Rights Council: Item 4 General Debate

Human Rights situations that require the Council’s attention (HRW) — Human Rights Watch is deeply concerned about several human rights situations that have either been inadequately addressed by this Council, or on which the Council has remained largely silent. Bangladesh has taken an ever-increasing turn to authoritarianism in recent years. The authorities have engaged in […]

HRLHA press release

The Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) Oral Statement

UN Human Rights Council – 32nd Session 13 June – 1 July 2016 Geneva, Switzerland ————————————————————– June 22, 2016 Presenter: Mr. Garoma Wakessa Director, HRLHA ————————————————————— Human Rights Crisis In Oromia Regional State of Ethiopia Mr. Chairman and Council Participants; Brutal and often fatal crackdowns by the Ethiopian Government’s special squads against the peaceful protests […]

Eritrea accuses Ethiopia of contemplating full-scale war

(VOA News) — The government of Eritrea told the U.N. Human Rights Council that its neighbor Ethiopia is planning to launch a full scale war against its territory. Eritrean and Ethiopian troops recently clashed along their border. The countries are blaming one another for starting recent hostilities that included heavy border fighting around the Tserona […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions