Archive | June 23, 2016

#OromoProtests, June 23, 2016 (updated)

#‎OromoProtests‬ Mahamad gullo jedhama warana ganama har’aa somaaleen baha oromiya Harargee Lixaa aana hawwii guddina ganda gurratti irratti bananii rasaasan gurra keessa dhahamee hospitaala galamsoo ciise yaalamu jira. warri naannawa magaala galamsoo jiran tumsa barbaachisa akka godhanif waamicha keenya nuf dabarsii.” #‎OromoProtests‬ Wayyaaneen baacoo isii itti fufte. Dhiheenya kana duguuggaa sanyii magaalaa Shaashamannee keessatti lammiilee […]

Uganda to withdraw troops from Somalia’s Amisom force

(BBC) — Uganda will pull its soldiers out of the African Union mission fighting Islamist group al-Shabab in Somalia, its military chief has said. Gen Katumba Wamala said the decision to withdraw Ugandan troops by December 2017 was taken because of frustration with the Somali army and military advisers from US, UK and Turkey. Uganda […]

Is the transplantation that TPLF looking for is compatible? 

Dr. Baaroo Keno Deressa For the first time in the history of Oromo people struggle against the colonialism the current TPLF colonialist regime is panicked and disoriented. It is impossible for colonialist to survive, primarily because the system of colonialism needs some blood to suck.  Colonialist regime in general to be like an eagle, but […]

KENYA & ETHIOPIA sign of Five Memoranda of Understanding

(HAN) — At the invitation of the President of the Republic of Kenya, H.E. Uhuru Kenyatta, CGH, the Prime Minister of the Federal Democratic Republic of Ethiopia, H.E. Hailemariam Dessalegn, paid a State Visit to the Republic of Kenya from 22nd to 24th June, 2016. The three day State Visit and Inaugural High Level Biennial […]

Anxiety rises as Ethiopian refugees suffer large scale looting around Pretoria

ADDIS ABABA (HAN) June 23.2016. Public Diplomacy & Regional Security News. Sporadic gun fire coming from looters and earth shattering explosions of gutted buses turned the South African capital city into a fireball. The sprawling townships resembling a warzone. “Pretoria has become Africa’s Bagdad.” An observer told this writer in the calm but tense Pretoria […]

Qabsoo Bilisummaa Dhugaa Galmaan Gahuuf

Damee Boruu irraa Bara 2016 itti” Kallacha Daandi Qabsoo Bilisummaa Dhugaa” mataa durree jedhu Jalatti rakkinni qabsoo bilisumma uummata Oromoo inni duraa dhalootan Oromoota tahanii  Oromoo fi diina uummata Oromoo jidduu warra qubatee jiru akka tahe ibsuu yaalleen ture(Ayyaantuu.net 7/12 ilaaluu dandeessu).  Uummatni Oromoo diina isaa wajjin fuulatti walitti bahuuf Oromoota kana duraan dursee of […]

DUBARTOOTA MALLATTOO QABSOO BILISUMMAA

Abbaa Urjii tiin Uumama isaarraa kaasee, warri utubaa hawaasaa ti. Utubaan hawaasaa kuni diriiree dhaabbachuu fii ulfina irra jiru akka baadhatu godhuurratti, jaartummaa/niitummaa fii haadhummaan dubartoonni itti gaafatama guddaa qabu. San malees, aadaa maalummaa fii eenyummaa beeysisuu fii calaqqisuurratti dubartoonni alaabaa hawaasaa ti. Roorroo hawaasarra geeysu dura dhaabbachuu fii irraa ittisuu keessattiis, durattii, eeboo fii […]

Dhaamsa Oromummaa Gabaabduu Onnee Kiyya Irraa Taate, Dargaggoo Oromoof Biyya Oromiyaa Gudditti Keessa Jirtan Hundaaf

Milkeessaa Haayiluu Irraa (Qeerroo) — Akkuma baayyeen keessan hubattan yeroon fi barri amma keessa jirru kun haala heddu walxaxaa, qaxxaamuraa fi jijjiiramaa keessa jiraachuun keenyi hunda keenyaaf ifa galaa natti fakkaata. Haala ulfaataa fi jijjiiramaa ta’e kana immoo gara ofii keenya feenutti jijjiiruuf gara bilisummaa keenyaatti geessuuf kan beekumsa, dandeettii, humnaa fi hiree seenaa kan itti […]

Military to secure porous Kenya-Ethiopia border and protect oil

The Kenya Defence Forces will build more bases in Turkana County. (Standard digital) — The bases will enhance security in the area following the recent discovery of oil. Governor Josphat Nanok on Tuesday hosted a military delegation comprising Kenya Army, Kenya Navy and the Air Force at his office in Lodwar. The delegation was on […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions