Archive | June 28, 2016

#OromoProtests, June 28, 2016

Rabbiin rahmata haa godhuufi ‪#‎Jeneraal_Waaqoo_Guutoo‬ waggaa 25 dura gaafa biyya Soomaliyaa jiru akkana jechuun dhaamsa gaarii dabarsee ture. Inni jiraachuu baatuus dhaamsa, seenaafi gootummaan isaa dhalootaa waliin yoomiyyuu jiraata. Jalqaba Viidiyoo kana dhageffadha (caqasaa), itti aansuun eega ‘like’ gootan booda “Rabbiin rahmata haa godhuuf” jedhaa ‘comment’ barreessaa, eegasii immoo ”share” godhun dabarsaa. ‪#‎oromoprotests‬ Waxabajjii 28,2016) […]

Iyyii  Iyya Labsi

Damee Boruu irraa Waraanni Wayyanee guyyaa hundaa Oromoota sammuu qaban adamsee ukkaamsuu, ajjeessuu fi mana hidhaati dararuu irraa darbee uummata Oromoo nagaa dhowwachuudhaan akka goolaa jiru gabaasaa Qeerroo hubachaa jirra. Keessattuu hammeenyi bartootaa Oromoo irra gahaa jiruu dhaga’uunu garaa nama hammeessa. Warri ukkamaman yaroo dhumasana akka ajjefaman mamii qabaachuu hin qabnu. Qotee bulaa, hojjetaa, barataa […]

US and Eritrea reached behind door deal to water down COI recommendations

(dehai) — Understanding the gravity and magnitude of the COI recommendations to refer Eritrea to international court for the alleged crimes against humanity, Eritrean government has finally granted a visa to assistant secretary to African Affairs to visit Asmara and meet the president himself. The behind door deal is for eritrea to enter into a […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions